🌐 Language
'Olelo Hawai'iAfaan Oromoobahasa IndonesiaBelarusianBrezhonegCebuanoChamorroChichewachiShonaChongthuCiyawoDanskDeutschEestiEnglishEspañolEsperantoeʋegbeFrançaisHausaHrvatskiIgboIlocanoItalianoKikuyuKiswahiliKiyombiKreyòl AyisyenLatinaLatviešulietuviųLingálaLugandaMagyarMahasuiMāoriNederlandsNorskPohnpeianPolskiPortuguêsQach’abelRomaniRomânăSanskritSetswanaShqipsrpski jezikSuomiSvenskaTagalogTiếng ViệtTonganTwiTürkçeUyghur tiliYorùbáÍslenskaČeštinaБългарскиРусскийУкраїнськаעבריתاردوالعربيةفارسیكوردی سۆرانیअहिराणी‎नेपालीभद्रवाही‎मराठीमानक हिन्दी‎हरियाणवी‎অসমীয়াবাংলাਪੰਜਾਬੀગુજરાતીଓଡ଼ିଆ‎தமிழ்తెలుగుಕನ್ನಡമലയാളംไทยဗမာἙλληνική中文日本語한국어+ All languages
See More Jesus

Macaafni Qulqulluun Beekumsa Waa'ee Isaa Maal Jedha? — Kutaa 2ffaa · Caaffata Qulqulluu KJV Lakkoofsota Strong Waliin — Bible Quiz

For each reference below, choose what that verse teaches. Your score appears at the end.

This is the graded quiz. Pass it to earn credit toward your Ministry Certificate of Endorsement.

Proverbs 18:15 — Garaan nama ________ beekumsa argata; gurri ogeessaas waan kana barbaada.
hubataa
ibsaan
furii
Proverbs 2:3 — yoo ati jabaattee qalbeeffannaa barbaaddee hubannaa argachuuf jettee iyyitee ________
dhaggeeffanne
kadhatte
qopheessaa
Proverbs 2:5 — ati Waaqayyoon sodaachuu ni ________; Waaqa beekuus ni argatta.
sooressa
hubatta
tuulummaa
Proverbs 19:2 — Namni ________ hin qabne gaarii miti; miilli jarjarus karaa irraa jalʼata.
beekumsa
ulfina
nyaata
2 Corinthians 4:6 — Waaqni, “________ keessaa ifni haa ifu” jedhe sun akka fuula Kiristoos irraa ifa beekumsa ulfina Waaqaa nuu kennuuf ifa isaa garaa keenya keessatti ibseeraatii.
rakkina
taayitaa
Dukkana
Hosea 4:6 — sabni koo beekumsa dhabuudhaan badeera. “Waan ati beekumsa tuffatteef anis akka ati ________ naaf hin taaneef si tuffadheera; sababii ati seera Waaqa keetii gatteef anis ilmaan kee nan gata.
luba
badiisa
amanamummaa
Romans 1:28 — Sababii isaan Waaqa beekuu akka waan faayidaa hin ________ fudhataniif, Waaqni immoo akka isaan waan hojjetamuu hin malle hojjetaniif qalbii faayidaa hin qabnetti dabarsee isaan kenne.
mormu
gufuu
qabneetti
1 Corinthians 8:1 — Waaʼee nyaata waaqota tolfamoof aarsaa dhiʼeeffamee akka nu hundinuu beekumsa qabnu beekna. Beekumsi of nama tuulchisa; ________ garuu nama ijaara.
qalbii
dukkana
jaalalli
1 Timothy 6:20 — Yaa ________, waan imaanaa sitti kenname jabeessii eegi. Oduu Waaqni hin jaallannee fi yaada mormii kan sobaan “Beekumsa” jedhamu irraa fagaadhu;
Fiiliphoos
Xiimotewos
Roomaa
Isaiah 11:9 — Isaan ________ koo qulqulloota hunda irratti waa hin miidhan yookaan waa hin balleessan; akkuma bishaan galaana guutu sana lafti Waaqayyoon beekuudhaan guutamtiitii.
gammachuu
tulluuwwan
boolla
Habakkuk 2:14 — Akkuma bishaan galaana guutu sana lafti ________ Waaqayyoon beekuutiin guutamtiitii.
lubbuu
gooftaa
ulfina
Numbers 14:21 — Taʼu illee akkuma ani dhugumaan jiraataa taʼee fi akkuma ulfinni Waaqayyoo dhugumaan lafa hunda ________ sana
tuffatan
mulʼate
guute
Ecclesiastes 4:12 — Namni tokko moʼatamuu dandaʼa; namoonni lama garuu of irraa deebisuu dandaʼu. Funyoon foʼaa sadiin foʼame ________ hin citu.
Waaqaatti
murtii
dafee
Hosea 6:3 — Kottaa Waaqayyoon haa beeknu; isa beekuufis haa tattaaffannu. Akkuma ________ dhugumaan baatu sana inni dhugumaan ni dhufa; inni akkuma bokkaa gannaa, akkuma bokkaa birraa kan lafa quubsu sanaatti // gara keenya ni dhufa.
aduun
bineensa
harree
2 Peter 3:18 — Garuu ________ fi beekumsa Gooftaa keenyaa fi Fayyisaa keenya Yesuus Kiristoosiin guddadhaa. Ammas, bara baraanis ulfinni isaaf haa taʼu! Ameen.
jiraataa
ayyaanaa
amanuu

← Back to the study