Wabiiwwan armaan gadii keessaa tokkoo tokkoof, waan caqasni sun barsiisu filadhu. Qabxiin kee dhuma irratti ni argama.
Kun qormaata qabxiin madaalamudha. Waraqaa Ragaa Mirkaneessaa Tajaajilaa kee argachuuf isa darbi.
2 Phexros 1:3 — Humni waaqummaa isaa karaa isa ulfina isaatii fi gaarummaa isaatiin nu waame sana beekuu keenyaatiin waan jireenyaa fi ________ buluuf nu barbaachisu hundumaa nuuf kenneera.
obsaan
jaalala
Waaqatti
1 Xiimotewos 3:16 — ________ buluun shakkii tokko malee icciitii guddaa of keessaa qaba; kunis, Inni fooniin mulʼate; Hafuuraan mirkaneeffame; ergamoota Waaqaatu isa arge; saboota keessatti lallabame; addunyaa irratti itti amaname; ulfinaan ol fudhatame.
Ibroota 11:6 — Amantiidhaan malee Waaqa gammachiisuun hin ________; sababiin isaas namni gara isaa dhufu kam iyyuu akka inni jiruu fi akka inni warra isa barbaadaniif gatii kennu amanuu qaba.
dandaʼamu
barbaachisu
salphata
Hojii 3:2 — Namoonnis akka inni warra mana qulqullummaa seenan waa kadhatuuf jedhanii namicha dhalootuma isaatii jalqabee naafa ture tokko guyyuma guyyaan baatanii gara karra mana qulqullummaa kan “________” jedhamuutti geessu turan.
dinqisiisaa
dandaʼamu
Miidhagaa
Hojii 3:12 — Phexrosis yommuu waan kana argetti akkana isaaniin jedhe; “Yaa namoota Israaʼel wanni kun maaliif isin dinqa? Akka waan nu ________ yookaan qulqullummaa mataa keenyaatiin akka namichi kun deemu gooneetti maaliif ija nutti babaaftu?
Uumama 5:24 — ________ Waaqa wajjin deddeebiʼe; waan Waaqni isa fudhateef inni deebiʼee hin argamne.
Aggaar
Qaayin
Henook
Uumama 6:9 — Seenaan Nohii fi maatii isaa kanaa dha. ________ namoota bara isaa turan gidduutti nama qajeelaa, nama hirʼina hin qabne kan Waaqa wajjin deddeebiʼu ture.
Nohi
Sheelaa
Baasmati
Miikiyaas 6:8 — Yaa nama, inni waan gaarii si argisiiseera. Waaqayyo maal sirraa barbaada? Murtii qajeelaa kennuu fi ________ jaallachuu, akka ati gad of qabdee Waaqa kee wajjin deemtu // sirraa barbaada mitii?
araara
gorsa
jaalala
Faarfannaa 4:3 — Isin akka Waaqayyo warra isaaf bulan ofii isaatiif ________ baafate beekaa; Waaqayyo yommuu ani isa waammadhutti na dhagaʼa.
addaan
dhaaba
muru
Qolosaayis 1:10 — Kunis akka isin hojii gaarii hundaan ija naqachaa, Waaqa beekuudhaanis guddachaa, jireenya Gooftaaf maluu fi kan karaa hundaan isa ________ jiraattaniif;
tolfamaa
icciitii
gammachiisu
1 Yohannis 2:6 — namni ani isaanan jiraadha ofiin jedhu kam iyyuu akkuma Yesuus jiraate sanatti ________ qaba.
jaalala
jiraachuu
jabina
1 Xiimotewos 2:1 — Egaa ani akka waammachuun, kadhannaan, namaaf kadhachuu fi galanni maqaa nama hundaatiin dhiʼeeffamu duraan dursee nan ________;
gorsa
baraa
icciitii
1 Xiimotewos 6:6 — ________ buluun, “Wanni ani qabu na gaʼa” jechuu of keessaa qabaannaan kun dhugumaan faayidaa guddaa qaba.
jaalala
Waaqatti
murtii
Tiitoo 2:12 — Ayyaanni kunis Waaqa malee jiraachuu fi hawwii addunyaa ganuun bara kana keessa jireenya of qabiisaa, jireenya qajeelummaatii fi jireenya ________ buluu akka jiraannu nu barsiisa;
ajajamuu
taayitaa
Waaqatti
1 Xiimotewos 6:11 — Ati garuu yaa nama Waaqaa, waan kana hunda irraa baqadhu; qajeelummaa, Waaqatti buluu, amantii, jaalala, obsaa fi ________ duukaa buʼi.
ariʼatama
garraamummaa
jijjiirrannaa
2 Phexros 1:6 — akkasuma ________ irratti of qabuu, of qabuu irratti obsaan dhaabachuu, obsaan dhaabachuu irratti Waaqatti buluu
beekumsa
jalqabaa
ulfina
1 Xiimotewos 6:12 — Walʼaansoo amantii gaarii sana qabi. Jireenya bara baraa kan yeroo fuula ________ baatota baayʼee duratti akka gaarii beeksiftetti itti waamamte sana jabeessii qabadhu.
addunyaa
dhuga
qulqullummaa
1 Xiimotewos 1:18 — Yaa ilma koo ________, akkuma raajii kanaan dura waaʼee kee dubbatame sanaatti, akka ati lola gaarii loltuuf ani ajaja kana siifin kenna;
Fiiliphoos
Xiimotewos
Nohi
2 Xiimotewos 2:3 — Atis akkuma loltuu ________ kan Kiristoos Yesuusiitti nu wajjin dhiphadhu.
jabaa
haaraa
karra
2 Xiimotewos 2:4 — Namni loltummaan tajaajilu kam iyyuu ajajaa isaa gammachiisuu yaala malee ________ jireenyaatiin of hin xaxu.