Macaafni Qulqulluun Waaʼee Waaqayyoon Sodaachuu Maal Jedha? — Kutaa 2 · Caaffata Qulqulluu KJV Lakkoofsota Strong waliin — Bible Quiz
For each reference below, choose what that verse teaches. Your score appears at the end.
This is the graded quiz. Pass it to earn credit toward your Ministry Certificate of Endorsement.
1 Timothy 3:16 — Waaqatti buluun shakkii tokko malee icciitii guddaa of keessaa qaba; kunis, Inni fooniin ________; Hafuuraan mirkaneeffame; ergamoota Waaqaatu isa arge; saboota keessatti lallabame; addunyaa irratti itti amaname; ulfinaan ol fudhatame.
xinnaa
mulʼate
argite
2 Peter 1:3 — ________ waaqummaa isaa karaa isa ulfina isaatii fi gaarummaa isaatiin nu waame sana beekuu keenyaatiin waan jireenyaa fi Waaqatti buluuf nu barbaachisu hundumaa nuuf kenneera.
obsa
ergamaa
Humni
1 Timothy 6:3 — Eenyu iyyuu yoo barsiisa addaa ________, yoo dubbii dhugaa kan Gooftaa keenya Yesuus Kiristoosii fi barsiisa nama Waaqaa taʼuuf fayyaduun walii hin galle
icciitii
barsiise
baatota
Genesis 5:24 — ________ Waaqa wajjin deddeebiʼe; waan Waaqni isa fudhateef inni deebiʼee hin argamne.
Aggaar
Phaadaan
Henook
Hebrews 11:5 — ________ akka duʼa hin argineef amantiidhaan fudhatame; waan Waaqni isa fudhateef inni hin argamne. Inni utuu hin fudhatamin dura akka nama Waaqa gammachiiseetti dhugaa baʼameefii tureetii.
Xiimotewos
Henook
Nohi
Genesis 17:1 — Yeroo Abraam nama waggaa sagaltamii sagalii turetti Waaqayyo isatti mulʼatee akkana jedheen; “Ani Waaqa Waan Hundumaa ________ dha; ati fuula koo dura amanamummaan deddeebiʼi; hirʼinas hin qabaatin.
Amoorota
Meedee
Dandaʼuu
Psalm 4:3 — Isin akka Waaqayyo warra isaaf bulan ofii isaatiif ________ baafate beekaa; Waaqayyo yommuu ani isa waammadhutti na dhagaʼa.
addaan
dhaaba
muru
1 Timothy 6:12 — Walʼaansoo amantii gaarii sana qabi. Jireenya bara ________ kan yeroo fuula dhuga baatota baayʼee duratti akka gaarii beeksiftetti itti waamamte sana jabeessii qabadhu.
baraa
buʼaa
gorsa
1 Timothy 6:5 — namoota qalbiin isaanii badee dhugaanis irraa fudhatame kanneen Waaqatti buluu karaa ittiin maallaqni argamu seʼan gidduuttis walitti buʼiisa dhuma hin qabnetu ________.
jiraachuu
dhiphina
uumama
1 Timothy 6:6 — Waaqatti buluun, “Wanni ani qabu na gaʼa” jechuu of keessaa qabaannaan kun dhugumaan faayidaa ________ qaba.
guddaa
dhugaa
addunyaa
2 Timothy 3:5 — warra Waaqaaf bulan ni fakkaatu; garuu humna isaa ni ganu. Ati warra akkasii irraa ________.
mormu
fagaadhu
loltuu
2 Corinthians 7:10 — Gaddi akka fedhii Waaqaatti taʼu qalbii ________ gara fayyinaatti nama geessu fida malee gaabbii hin fidu; gaddi akka fedhii addunyaatti taʼu garuu duʼa fida.
ariʼatama
jijjiirrannaa
jalʼinni
2 Timothy 3:12 — Dhugumaanuu namni Kiristoos Yesuusiin nama Waaqaa taʼee jiraachuu barbaadu kam iyyuu ni ________;
ariʼatama
dirqama
dhiifama
2 Peter 2:9 — wanni kun akkas taʼee Gooftaan akkamitti akka warra Waaqaaf bulan ________ keessaa baasuu fi akka itti warra jalʼaa hamma guyyaa murtiitti adabbiif tursu beeka.
qorumsa
hirmaattan
saroota
2 Peter 3:11 — Wanni hundinuu akkasitti bada erga taʼee, isin nama akkamii taʼuu qabdu ree? Jireenya qulqulluu fi Waaqaaf bulu ________ qabdu;
uumama
murtii
jiraachuu
2 Peter 3:12 — kanas guyyaa Waaqaa eeggachaa, ________ isaas ariifachiisaa gochuu qabdu. Guyyaa sana samiiwwan ibiddaan badu; wanni samiiwwan keessa jirus hoʼaan baqa.
dhufaatii
barsiisa
mudhii
John 1:14 — Dubbiin foon taʼee nu gidduu ________. Nus ulfina isaa, ulfina Ilma Tokkicha ayyaanaa fi dhugaadhaan guutamee Abbaa biraa dhufe sanaa argineerra.
mallattoo
jiraate
dhagaadhaan
Ecclesiastes 4:12 — Namni tokko moʼatamuu dandaʼa; namoonni lama garuu of irraa deebisuu dandaʼu. Funyoon foʼaa sadiin foʼame ________ hin citu.
Waaqaatti
murtii
dafee
Isaiah 7:14 — Kanaafuu Gooftaan mataan isaa mallattoo isiniif kenna: Kunoo ________ tokko ni ulfoofti; ilma ni deessi; Amaanuʼel jettees isa moggaafti.
durbi
baalli
dunkaanaa
Matthew 1:23 — Innis, “Kunoo, durbi tokko ni ulfoofti; ilma ni deessi; maqaa isaas Amaanuʼel jedhu” jedha. Amaanuʼel jechuunis, “Waaqni nu wajjin jira” ________ dha.
gargar
jechuu
fakkaata
2 Peter 3:13 — Nu garuu akkuma ________ isaatti samiiwwan haaraa fi lafa haaraa qajeelinni keessa jiraatu eegganna.
duukaa
waadaa
kennaa
Link copied
Has this study helped you? Share a short or your full testimony — your story helps someone else find this site.
Save your progress
Optional. You never need an account to use this site.
Keep your quiz scores and your certificate if you change phone or clear your browser.
Restore progress
Restoring replaces the progress on this device, and any certificate you print afterwards will carry the name on the record.
