🌐 Language
'Olelo Hawai'iAfaan Oromoobahasa IndonesiaBelarusianBrezhonegCebuanoChamorroChichewachiShonaChongthuCiyawoDanskDeutschEestiEnglishEspañolEsperantoeʋegbeFrançaisHausaHrvatskiIgboIlocanoItalianoKikuyuKiswahiliKiyombiKreyòl AyisyenLatinaLatviešulietuviųLingálaLugandaMagyarMahasuiMāoriNederlandsNorskPohnpeianPolskiPortuguêsQach’abelRomaniRomânăSanskritSetswanaShqipsrpski jezikSuomiSvenskaTagalogTiếng ViệtTonganTwiTürkçeUyghur tiliYorùbáÍslenskaČeštinaБългарскиРусскийУкраїнськаעבריתاردوالعربيةفارسیكوردی سۆرانیअहिराणी‎नेपालीभद्रवाही‎मराठीमानक हिन्दी‎हरियाणवी‎অসমীয়াবাংলাਪੰਜਾਬੀગુજરાતીଓଡ଼ିଆ‎தமிழ்తెలుగుಕನ್ನಡമലയാളംไทยဗမာἙλληνική中文日本語한국어+ All languages
See More Jesus

Macaafni Qulqulluun Obsa Waa'ee Isaa Maal Jedha? — Kutaa 2 · Caqasawwan KJV Lakkoofsota Strong Waliin — Bible Quiz

For each reference below, choose what that verse teaches. Your score appears at the end.

This is the graded quiz. Pass it to earn credit toward your Ministry Certificate of Endorsement.

Hebrews 10:36 — Yommuu fedhii Waaqaa raawwattanittis akka waan inni ________ gale sana argattaniif obsuu isin barbaachisaatii.
amantii
waadaa
baraa
Hebrews 12:1 — Kanaafuu nu waan dhuga baatota akka duumessa guddaa akkanaatiin marfamneef kottaa baʼaa hunda, cubbuu xaxee nu qabates of irraa baafnee gannaa; dorgommii fuula keenya dura jirus ________ jabaannee fiignaa;
kaʼuu
kadhatan
obsaan
Luke 21:19 — Isin ________ dhaabadhaa; yoos lubbuu keessan ni oolfattu.
beektaniif
galateeffachaa
jabaadhaa
Hebrews 6:12 — Nu akka isin fakkeenya warra amantii fi obsaan waan waadaa galame sana dhaalanii duukaa buutan barbaanna malee akka isin ________ taatan hin barbaannu.
dhibaaʼoo
baayʼadhaa
hubadha
Hebrews 6:15 — Kanaafuu Abrahaam ________ eeggatee waan waadaa galame sana argate.
gammachuudhaan
gaarii
obsaan
Romans 8:25 — Nu yoo waan amma hin qabne abdanne garuu ________ eegganna.
jajjabina
kaʼuu
obsaan
James 5:7 — Kanaafuu yaa obboloota, hamma ________ Gooftaatti obsaa. Qonnaan bulaan tokko lafa irraa midhaan gaarii argachuuf hammam akka eeggatu, bokkaa duraatii fi kan dhumaa hamma argattuttis hammam akka obsu hubadhaa.
dhufaatii
dadhabbii
ollaa
James 5:8 — Isinis akkasuma obsaa; jabaadhaa ________; dhufaatiin Gooftaa dhiʼaateeraatii.
garafu
dhalcheera
dhaabadhaas
James 5:11 — Kunoo, nu warra ________ jabaattanii dhaabatan sanaan eebbifamoo jenna; Iyyoob obsuu isaa dhageessaniirtu; waan Gooftaan dhuma irratti isaaf godhes argitaniirtu. Gooftaan gara laafinaa fi araaraan kan guutamee dha.
xuraaʼummaa
qabatin
obsaan
Romans 15:4 — Nu akka obsaa fi ________ Katabbiiwwan Qulqulluun kennaniin abdii qabaannuuf wanti duraan barreeffame hundi barumsa keenyaaf barreeffameetii.
filataman
obsaan
jajjabina
Romans 15:5 — Waaqni obsaa fi ________ namaa kennu sun akka isin yaaduma Kiristoos Yesuus qabaate sana walii qabaattan isin haa gargaaru.
dirqama
filataman
jajjabina
Colossians 1:11 — isinis jajjabinaa fi ________ guddaa akka qabaattaniif, akkuma aangoo isaa ulfina qabeessa sanaatti humna hundaan jabaachaa, gammadaas
tolfamaa
gammachiisu
obsa
Psalm 37:7 — Waaqayyo duratti calʼisi; obsaanis isa eeggadhu; nama karaan isaa qajeeleefitti, kan ________ hojjetuttis hin hinaafin.
rakkina
hammina
jaalala
Psalm 40:1 — Ani obsaan Waaqayyoon nan eeggadhe; innis gara kootti garagalee iyya koo naa ________.
dhagaʼe
mudaa
marsan
Job 13:15 — Yoo inni na ajjeese iyyuu ani isa nan abdadha; waaʼee ________ kootii illee fuula isaa duratti nan falmadha.
qoosu
kakaasa
dhimma
2 Thessalonians 3:5 — Gooftaan garaa keessan gara ________ Waaqaatii fi gara obsa Kiristoositti haa qajeelchu.
jabina
jaalala
Michoota
James 1:12 — Namni ________ obsu eebbifamaa dha; inni yommuu qorametti jabaatee waan dhaabateef gonfoo jireenyaa kan Waaqni warra isa jaallataniif waadaa gale sana ni argataatii.
lamxaaʼan
hirmaattan
qorumsa

← Back to the study