Macaafni Qulqulluun Beekumsa Waa'ee Isaa Maal Jedha? — Hundee · Caaffata Qulqulluu KJV Lakkoofsota Strong Waliin — Bible Quiz
For each reference below, choose what that verse teaches. Your score appears at the end.
This is the graded quiz. Pass it to earn credit toward your Ministry Certificate of Endorsement.
Proverbs 10:14 — Namoonni ogeeyyiin beekumsa kuufatu; afaan gowwaa garuu ________ waama.
faayidaa
rakkina
badiisa
Proverbs 11:9 — Namni Waaqatti hin bulle dubbii afaan isaatiin ________ isaa balleessa; namni qajeelaan immoo beekumsaan miliqa.
arraba
yaada
ollaa
Proverbs 12:1 — Namni adabamuu jaallatu kam iyyuu beekumsa jaallata; kan ________ jibbu garuu gowwaa dha.
aaduu
Furiin
sirreeffamuu
Proverbs 15:14 — Garaan waa qalbeeffatu beekumsa barbaada; afaan gowwaa garuu ________ nyaata.
adabbii
qaanii
gowwummaa
Proverbs 18:15 — Garaan nama ________ beekumsa argata; gurri ogeessaas waan kana barbaada.
hubataa
ibsaan
furii
Proverbs 24:5 — Ogeessi humna guddaa qaba; beekaan namaa immoo ________ itti dabalata;
ergaa
jabina
gaachana
Isaiah 5:13 — Kanaafuu sabni koo sababii hubannaa dhabeef ________; namoonni isaanii bebbeekamoon beelaan, uummanni isaaniis dheebuudhaan dhumu.
boojiʼama
calʼisee
guddina
Hosea 4:6 — sabni koo beekumsa dhabuudhaan badeera. “Waan ati beekumsa tuffatteef anis akka ati ________ naaf hin taaneef si tuffadheera; sababii ati seera Waaqa keetii gatteef anis ilmaan kee nan gata.
luba
badiisa
amanamummaa
Luke 4:18 — “Hafuurri Gooftaa narra jira; akka ani hiyyeeyyiitti ________ gaarii lallabuuf, // inni na dibeeraatii. Inni akka ani akka warri hidhaman hiikaman, akka warri jaaman argan, akka warri cunqurfamanis bilisa baʼan lallabuuf na ergeera;
oduu
dhagaʼan
yommusuma
2 Timothy 2:25 — Innis akka Waaqni qalbii ________ gara dhugaa beekuutti isaan geessu isaaniif kennu abdachaa warra isaan morman garraamummaan sirreessuu qaba;
gowwummaa
garummaa
jijjiirrannaa
Isaiah 28:9 — “Namni inni waa ________ yaalu kun eenyu? Inni eenyuuf ergaa isaa ibsaa jira? Ijoollee aannan dhiifteef moo ijoollee harma guuteef?
dadhabbii
barsiisuu
dhufaatii
Isaiah 28:10 — Ajaja irratti ajaja; ajaja irratti ajaja; sirna irratti sirna; sirna irratti sirna; asitti muraasa; achitti muraasa” ________.
galataa
hadhaaʼaa
taʼaatii
1 Corinthians 3:1 — Yaa obboloota, ani akka namoota ________ warra Kiristoositti daaʼimman taataniitti malee akka namoota Hafuuraatti isinitti dubbachuu hin dandeenye.
foonii
raajii
ergamaa
1 Corinthians 3:2 — Waan isin nyaata ________ nyaachuu hin gaʼiniif ani aannan isiniif kenne malee nyaata cimaa isinii hin kennine. Dhugumaan isin amma iyyuu nyaachuu hin dandeenye.
jabaa
ibidda
Ayyaana
Hebrews 5:14 — Nyaanni jabaataan garuu namoota bilchaatoo kanneen waan gaarii fi waan hamaa gargar ________ beekuuf of leenjisaniif taʼa.
baasanii
foonii
tajaajiluu
Isaiah 40:13 — Eenyutu Hafuura Waaqayyoo qajeelchuu dandaʼe? Yookaan namni ________ isaa taʼee isa barsiise eenyu?
gorsaa
aaduu
ejjeta
Isaiah 40:14 — Waaqayyo hubannaa argachuuf eenyun gorsa gaafate? Daandii qajeelaas eenyutu isa ________? Eenyutu beekumsa isaaf kennee yookaan daandii hubannaa isa argisiise?
dhukkubsatee
barsiise
jaamaa
Romans 10:2 — Ani akka isaan Waaqaaf ________ qaban dhugaa nan baʼa; hinaaffaan isaanii garuu kan beekumsa irratti hundeeffame miti.
jaallatamaa
hinaaffaa
hangafni
2 Peter 3:18 — Garuu ________ fi beekumsa Gooftaa keenyaa fi Fayyisaa keenya Yesuus Kiristoosiin guddadhaa. Ammas, bara baraanis ulfinni isaaf haa taʼu! Ameen.
amanuu
ayyaanaa
wayya
Proverbs 2:5 — ati Waaqayyoon ________ ni hubatta; Waaqa beekuus ni argatta.
jaalladhu
sodaachuu
guutame
Link copied
Has this study helped you? Share a short or your full testimony — your story helps someone else find this site.
Save your progress
Optional. You never need an account to use this site.
Keep your quiz scores and your certificate if you change phone or clear your browser.
Restore progress
Restoring replaces the progress on this device, and any certificate you print afterwards will carry the name on the record.
