Ani Fayyifamuuf Maal Gochuu Qaba? — Kutaa 2ffaa · Caqasawwan KJV Lakkoofsota Strong Waliin — Bible Quiz
For each reference below, choose what that verse teaches. Your score appears at the end.
This is the graded quiz. Pass it to earn credit toward your Ministry Certificate of Endorsement.
Matthew 16:24 — Ergasii Yesuus barattoota isaatiin akkana jedhe; “Namni kam iyyuu yoo na faana dhufuu barbaade, inni of haa ganu. ________ ofii isaa baadhatees na duukaa haa buʼu.
Fannoo
dhiisuu
dadhabbii
Luke 9:23 — Ergasii inni hunduma isaaniitiin akkana jedhe; “Namni kam iyyuu yoo na faana dhufuu barbaade, inni of haa ganu; fannoo isaa ________ guyyaan baadhatees na duukaa haa buʼu.
guyyuma
ganama
hima
Lamentations 3:22 — Nu sababii ________ Waaqayyoo guddaa sanaatiif hin badnu; gara laafinni isaa hin dhumuutii.
araara
jaalala
badiisa
Proverbs 8:34 — Namni na dhagaʼu, kan guyyaa hunda balbala koo eegu, kan ________ koo dura turu eebbifamaa dha.
michoota
karra
qabeenya
Acts 17:11 — Yihuudoonni Beeriyaa Yihuudoota Tasaloniiqee irra qalbii qabeeyyii turan; isaanis fedhii guddaan dubbii sana fudhatanii akka wanni Phaawulos jedhe sun dhugaa taʼee fi akka dhugaa hin taʼin ilaaluuf jedhanii guyyuma guyyaan ________ Qulqulluu qorachaa turaniitii.
gammachuu
daaʼimman
Katabbiiwwan
Matthew 6:9 — “Egaa akkana jedhaa kadhadhaa: “‘Yaa Abbaa keenya kan samii irra jirtu, maqaan kee haa ________;
dhiphachaa
beelaʼanii
qulqullaaʼu
Psalm 68:19 — Gooftaan ________ guyyaan baʼaa keenya baatu, Waaqni Fayyissaa keenya taʼe sun haa eebbifamu.
guyyuma
ganama
sodaa
John 16:13 — Hafuurri dhugaa sun yommuu dhufutti gara dhugaa hundaatti isin geessa. Inni waan dhagaʼu qofa dubbata malee ofuma isaatiin hin ________; waan dhufuuf jirus isinitti hima.
barbaadu
dubbatu
nyaatu
Romans 8:16 — Akka nu ijoollee Waaqaa taane kan hafuura keenya wajjin ________ baʼus Hafuuruma sana.
qulqulluu
hundinuu
dhugaa
Romans 8:26 — Akkasumas Hafuurri dadhabbii keenya irratti nu gargaara. Nu waan kadhachuu qabnu hin beeknuutii; hafuurri mataan isaa garuu ________ ibsamuu hin dandaʼamneen nuuf kadhata.
himata
aaduu
hangafni
Galatians 5:16 — Kanaafuu ani, “Hafuuraan jiraadhaa; yoos ________ foonii hin guuttaniitii” jedha.
gammachuu
Katabbiiwwan
hawwii
Galatians 5:22 — Iji Hafuuraa garuu jaalala, gammachuu, nagaa, obsa, arjummaa, gaarummaa, ________
ajajamuu
Michoota
amanamummaa
Galatians 5:25 — Nu erga Hafuuraan ________ kottaa Hafuuraan haa deddeebinu.
kadhatu
eebbisa
jiraannee
Philippians 2:12 — Kanaafuu yaa jaallatamoo, akkuma yeroo hunda ajajamtan sana, yeroo ani isin bira jiru qofa utuu hin taʼin amma yeroo ani isin bira hin jirretti caalchisaatii sodaa fi hollannaan ________ keessan fiixaan baasuuf itti fufaa;
qalbii
fayyina
araara
1 Corinthians 6:19 — Isin akka dhagni keessan mana ________ Hafuura Qulqulluu isin keessa jiraatu, kan Waaqa irraa argattan sanaa taʼe hin beektanii? Isin kan ofii keessanii miti;
qulqullummaa
aarsaa
haaraa
Jude 1:20 — Isin garuu yaa michoota, ________ keessan kan waan hunda irra qulqulluu taʼe sana irratti of ijaaraa; Hafuura Qulqulluudhaanis kadhadhaa.
abdii
nagaa
amantii
Acts 2:39 — Abdiin kunis isinii fi ijoollee keessaniif, akkasumas warra Waaqni Gooftaan keenya ofitti waamu kanneen ________ jiran hundaaf kenname.”
jabina
fagoo
barbaachisaa
Joel 2:28 — “Anis kana booddee, Hafuura koo nama hunda irratti nan dhangalaasa. Ilmaanii fi intallan keessan ________ dubbatu; jaarsoliin keessan abjuu abjootu; dargaggoonni keessan mulʼata argu.
raajii
ibidda
bulchaa
Proverbs 22:6 — ________ tokko karaa inni irra deemuu qabu barsiisi; inni gaafa dulloome iyyuu karaa sana irraa hin jalʼatu.
mata
Daaʼima
haxxummaadhaan
Joshua 24:15 — Isin garuu yoo Waaqayyoon tajaajiluu hin barbaanne, waaqota abbootiin keessan Laga gamatti tajaajilaa turan sana yookaan waaqota ________ biyya isaanii keessa jiraattan kanneenii keessaa harʼa filadhaa. Anii fi manni koo garuu Waaqayyoon waaqeffanna.”
Kanaʼaan
Amoorotaa
Kanaʼaanota
2 Timothy 1:5 — Ani amantii kee isa dhugaa sana nan yaadadha; amantiin kunis jalqabatti akkoo kee Looʼisii fi haadha kee Ewuunqee keessa ture; amma immoo akka si keessa jiru nan ________.
amana
qoosan
kakaase
Deuteronomy 7:9 — Kanaafuu akka Waaqayyo Waaqni kee Waaqa taʼe beeki; inni Waaqa amanamaa warra isa jaallatanii ajaja isaas eeganiif ________ fi araara isaa hamma dhaloota kumaatti eeguu dha.
haadha
niitii
kakuu
John 6:35 — Yesuusis akkana isaaniin jedhe; “________ jireenyaa ana. Namni gara koo dhufu gonkumaa hin beelaʼu; kan anatti amanus gonkumaa hin dheebotu.
jaamaa
Buddeenni
saʼaatii
Exodus 16:21 — Tokkoon tokkoon namaa ganama ganama hammuma barbaadu walitti qabate; innis yommuu ________ hoʼitetti baqee bade.
ogeeyyii
aduun
gonfoo
Link copied
Has this study helped you? Share a short or your full testimony — your story helps someone else find this site.
Save your progress
Optional. You never need an account to use this site.
Keep your quiz scores and your certificate if you change phone or clear your browser.
Restore progress
Restoring replaces the progress on this device, and any certificate you print afterwards will carry the name on the record.
