Macaafni Qulqulluun Waaʼee Ogummaa Maal Jedha? — Jireenya Keessatti Hojii Irra Oolchuu · Caqasawwan KJV Lakkoofsawwan Strong Waliin — Bible Quiz
For each reference below, choose what that verse teaches. Your score appears at the end.
This is the graded quiz. Pass it to earn credit toward your Ministry Certificate of Endorsement.
Iyyoob 28:12 — Ogummaan garuu eessaa argamti? Hubannaanis eessa ________?
nyaata
dubbate
jiraata
Yaaqoob 1:5 — Isin keessaa namni tokko iyyuu hanqina ogummaa yoo qabaate, ________ utuu hin tuffatin nama hundumaaf arjummaan kennu haa kadhatu; isaafis ni kennama.
Dhugaa
baraan
Waaqa
Fakkeenya 2:3 — yoo ati jabaattee qalbeeffannaa barbaaddee hubannaa ________ jettee iyyitee kadhatte
argachuuf
adabbii
mata
Fakkeenya 2:4 — yoo ati akkuma ________ isa barbaaddattee akkuma qabeenya dhokfameetti isa barbaadde
siiʼool
meetiitti
alagaa
Fakkeenya 2:6 — Waaqayyo ogummaa namaa kennaatii; ________ isaa keessaa illee beekumsaa fi hubannaatu baʼa.
afaan
ulfina
karaa
Fakkeenya 9:10 — “Waaqayyoon sodaachuun jalqaba ogummaa ti; isa Qulqulluu Sana ________ hubannaa dha.
jaalladhu
beekuun
sooressa
Iyyoob 28:28 — Ergasii ilmaan namaatiin, “Gooftaa sodaachuun ogummaa; waan ________ irraa fagaachuunis hubannaa dha” jedhe.
hamaa
guddaa
dhugaa
Fakkeenya 8:17 — Ani warra na jaallatan nan jaalladha; warri na ________ na argatu.
dhaabachuu
barbaadanis
taaʼu
Maatewos 7:7 — “Kadhadhaa, isiniif ni kennamaa; barbaadaa, ni argattuu; ________, balballi isiniif ni banamaa.
arrabsoon
rurrukutaa
safara
Fakkeenya 4:6 — Ogummaa hin dhiisin; isheen si eegdii; ishee ________; isheenis si tiksitii.
sooressa
jaalladhu
sodaatin
Fakkeenya 3:22 — isaan jireenya siif taʼu; ________ kee miidhagsuufis faaya mormaa siif taʼu.
morma
ibsaan
cabbii
Faarfannaa 90:12 — Akka nu garaa ogummaadhaan ________ qabaannuuf, bara keenya lakkaaʼuu nu barsiisi.
guutame
wayya
qabeenya
Efesoon 5:15 — Egaa isin akkamitti akka jiraattan jabeessaa of eeggadhaa! Akka ogeeyyiitti jiraadhaa malee akka warra ________ hin taʼiniitti hin jiraatinaa;
goraadee
ogeeyyii
aduun
Efesoon 5:16 — waan guyyoonni kunneen ________ taʼaniif baricha furaa.
bubbee
hamoo
hawwii
Lallaba 9:14 — Magaalaa xinnoo namoonni muraasni keessa jiraatan tokkotu ture. Mootiin jabaan tokkos isheetti baʼee ________; koobii biyyoo guddaa naannessee itti ijaare.
hollatan
marse
fakkiiwwan
Lallaba 9:15 — Yeroo sanatti hiyyeessa ogeessa tokkotu magaalaa sana keessa jiraachaa ture; innis ogummaa isaatiin magaalattii baraare. Namni tokko iyyuu garuu hiyyeessa sana hin ________.
jibbe
yaadanne
dhangalaase
Lallaba 9:16 — Kanaafuu ani, “Jabina irra ogummaa wayya” nan jedhe. Ogummaan hiyyeessa sanaa garuu ni ________; dubbiin isaas fudhatama hin arganne.
geggeeffame
ol guddifame
tuffatame
Fakkeenya 24:5 — Ogeessi ________ guddaa qaba; beekaan namaa immoo jabina itti dabalata;
humna
ulfina
ibidda
Fakkeenya 21:22 — Namni ogeessi magaalaa nama jabaatti baʼee daʼoo jabaa inni ________ jalaa diiga.
qaanii
amanatu
guddina
2 Qorontos 10:4 — Miʼi waraanaa kan nu ittiin lollu kan daʼannoo jigsuudhaaf humna Waaqaa qabuudha malee miʼa waraana ________ miti.
duraan
foonii
ergamaa
Efesoon 6:17 — Qoobii sibiilaa kan fayyinaa kaaʼadhaa; ________ Hafuuraas qabadhaa; innis dubbii Waaqaa ti.
hamaa
jabaa
goraadee
Luqaas 21:15 — Anuu afaanii fi ogummaa ________ keessan tokko iyyuu dandaʼanii dura hin dhaabanne yookaan hin mormine isiniif nan kennaatii.
hangafni
diinonni
barsiisa
2 Xiimotewos 3:15 — akkasumas ati ijoollummaa keetii jalqabdee Katabbiiwwan Qulqulluu kanneen waaʼee fayyina karaa Kiristoos Yesuusitti ________ argamu sanaaf ogeessa si taasisuu dandaʼan akkamitti akka baratte ni beekta.
jaalladhu
taaʼe
amanuutiin
Maatewos 10:16 — “Kunoo, ani akka hoolotaa gara gidduu ________ isin erga. Kanaafuu akka bofaa ogeeyyii, akka gugee garraamii taʼaa.
yeeyyiittin
duubni
dhiiseef
Yaaqoob 3:15 — Ogummaan kun kan lafaa ti; kan foonii ti; kan hafuura ________ malee kan samii irraa dhufu miti.
Gaati
hamaati
Naazreeti
Yaaqoob 3:17 — Ogummaan samii irraa dhufu garuu duraan dursee qulqulluu dha; akkasumas nagaa qabeessa; ________ dha; ajajamaa dha; kan araaraa fi ija gaariin guutamee dha; wal caalchisuu fi itti fakkeessuus of keessaa hin qabu.
uumamaan
hoʼaa
garraamii
1 Qorontos 1:24 — warra waamamaniif garuu Yihuudootaafis taʼu ________ Kiristoos humna Waaqaatii fi ogummaa Waaqaa ti.
Edoomotaa
Giriikotaaf
Anaaqota
1 Qorontos 2:7 — Garuu nu ogummaa Waaqaa, ogummaa dhokfamee ture, isa Waaqni uumama addunyaatiin dura ________ keenyaaf jedhee murteesse sanaa icciitiidhaan dubbanna.
garaa
ulfina
jireenya
Fakkeenya 8:23 — ani utuu addunyaan hin uumamin dura, ________, bara hamma hin qabneen dura nan muudame.
jaalladhu
sooressa
jalqabumatti
Link copied
Has this study helped you? Share a short or your full testimony — your story helps someone else find this site.
Save your progress
Optional. You never need an account to use this site.
Keep your quiz scores and your certificate if you change phone or clear your browser.
Restore progress
Restoring replaces the progress on this device, and any certificate you print afterwards will carry the name on the record.
