🌐 Language
'Olelo Hawai'iAfaan Oromoobahasa IndonesiaBelarusianBrezhonegCebuanoChamorroChichewachiShonaChongthuCiyawoDanskDeutschEestiEnglishEspañolEsperantoeʋegbeFrançaisHausaHrvatskiIgboIlocanoItalianoKikuyuKiswahiliKiyombiKreyòl AyisyenLatinaLatviešulietuviųLingálaLugandaMagyarMahasuiMāoriNederlandsNorskPohnpeianPolskiPortuguêsQach’abelRomaniRomânăSanskritSetswanaShqipsrpski jezikSuomiSvenskaTagalogTiếng ViệtTonganTwiTürkçeUyghur tiliYorùbáÍslenskaČeštinaБългарскиРусскийУкраїнськаעבריתاردوالعربيةفارسیكوردی سۆرانیअहिराणी‎नेपालीभद्रवाही‎मराठीमानक हिन्दी‎हरियाणवी‎অসমীয়াবাংলাਪੰਜਾਬੀગુજરાતીଓଡ଼ିଆ‎தமிழ்తెలుగుಕನ್ನಡമലയാളംไทยဗမာἙλληνική中文日本語한국어+ All languages
See More Jesus

Macaafni Qulqulluun Ogummaa Waa'ee Isaa Maal Jedha? — Hundee · Caaffata Qulqulluu KJV Lakkoofsota Strong Waliin — Bible Quiz

For each reference below, choose what that verse teaches. Your score appears at the end.

This is the graded quiz. Pass it to earn credit toward your Ministry Certificate of Endorsement.

Faarfannaa 111:10 — Waaqayyoon sodaachuun ________ ogummaa ti; warri sirna isaa faana buʼan hundinuu hubannaa gaarii qabu. Galanni isaa bara baraan jiraata.
hangafa
jalqaba
beekumsa
Isaayyaas 11:2 — Hafuurri Waaqayyoo, Hafuurri ogummaatii fi ________, Hafuurri gorsaatii fi humnaa, Hafuurri beekumsaatii fi kan Waaqayyoon sodaachuu isa irra qubata;
beekumsa
baraa
hubannaa
Isaayyaas 11:3 — inni Waaqayyoon sodaachuutti ni gammada. Inni waanuma iji isaa arguun ________ hin kennu; yookaan waanuma gurra isaatiin dhagaʼuun hin murteessu;
murtii
walitti
jiraatu
Fakkeenya 2:6 — Waaqayyo ogummaa namaa kennaatii; ________ isaa keessaa illee beekumsaa fi hubannaatu baʼa.
afaan
ulfina
karaa
Fakkeenya 2:7 — Inni qajeeltotaaf ogummaa dhugaa kuusa; warra adeemsi isaanii mudaa hin qabneef ________;
gaachana
ergaa
fincila
Fakkeenya 2:4 — yoo ati akkuma ________ isa barbaaddattee akkuma qabeenya dhokfameetti isa barbaadde
siiʼool
meetiitti
alagaa
Fakkeenya 2:5 — ati Waaqayyoon sodaachuu ni ________; Waaqa beekuus ni argatta.
tuulummaa
hubatta
dhiisu
Faarfannaa 34:9 — Isin ________ isaa Waaqayyoon sodaadhaa; warri isa sodaatan homaa hin dhabaniitii.
qulqulloonni
irree
michoota
Fakkeenya 8:13 — Waaqayyoon sodaachuun jibbuu dha; hammina ani of ________ fi of guddisuu, amala hamaa fi haasaa jalʼaa nan jibba.
biyyoo
tuulummaa
kutaa
Fakkeenya 16:6 — Namni jaalalaa fi amanamummaadhaan araara ________ argata; Waaqayyoon sodaachuudhaanis hammina irraa cita.
gad
dhaabata
cubbuu
Fakkeenya 19:23 — Waaqayyoon sodaachuun ________ nama geessa; yoos namni boqonnaadhaan jiraata; // rakkinnis isa hin argatu.
eeggatti
jireenyatti
dhiifne
Maatewos 10:28 — Warra ________ malee lubbuu ajjeesuu hin dandeenye hin sodaatinaa. Qooda kanaa Isa gahaannam keessatti foonii fi lubbuu balleessuu dandaʼu sana sodaadhaa.
sagalee
foon
afaan
Hojii 9:31 — Kanaafis waldaan kiristaanaa Yihuudaa, ________ fi Samaariyaa keessa jirtu guutummaatti nagaa argatte; ni cimtes. Isheenis Hafuura Qulqulluudhaan jajjabaatee sodaa Gooftaatiin jiraachuudhaan baayʼinaan guddachaa deemte.
Galiilaa
lammii
Giriikota
2 Qorontos 7:1 — Kanaafuu yaa ________, nu waan waadaawwan kanneen qabnuuf kottaa Waaqa sodaachaa qulqullina fiixaan baasuudhaan waan foonii fi hafuura xureessu hundumaa irraa of qulqulleessinaa.
jaallatamtoota
jiraataadhaaf
keessumattuu
Fiiliphisiyuus 2:12 — Kanaafuu yaa jaallatamoo, akkuma yeroo hunda ________ sana, yeroo ani isin bira jiru qofa utuu hin taʼin amma yeroo ani isin bira hin jirretti caalchisaatii sodaa fi hollannaan fayyina keessan fiixaan baasuuf itti fufaa;
ajajamtan
fannifame
dinqifatan

← Back to the study