Macaafni Qulqulluun Beekumsa Waa'ee Maal Jedha? — Jireenya Keessatti Hojiirra Oolchuu · Caqasoota KJV Lakkoofsota Strong Waliin — Bible Quiz
For each reference below, choose what that verse teaches. Your score appears at the end.
This is the graded quiz. Pass it to earn credit toward your Ministry Certificate of Endorsement.
Proverbs 2:3 — yoo ati jabaattee qalbeeffannaa barbaaddee ________ argachuuf jettee iyyitee kadhatte
argata
beekumsa
hubannaa
Proverbs 2:4 — yoo ati akkuma ________ isa barbaaddattee akkuma qabeenya dhokfameetti isa barbaadde
irraanfadhu
meetiitti
siiʼool
Proverbs 2:5 — ati Waaqayyoon sodaachuu ni ________; Waaqa beekuus ni argatta.
tuulummaa
hubatta
sooressa
Proverbs 18:15 — Garaan nama ________ beekumsa argata; gurri ogeessaas waan kana barbaada.
hubataa
ibsaan
furii
Psalm 94:10 — Inni ________ sirreessu sun hin adabuu? Inni nama barsiisu sun beekumsa hin qabuu?
guutuu
aarsaa
saboota
Psalm 25:9 — Warra gad of qaban waan qajeelaa taʼeen geggeessa; karaa isaas isaan ________.
barsiisa
ollaa
michuu
Hosea 6:3 — Kottaa Waaqayyoon haa beeknu; isa beekuufis haa tattaaffannu. Akkuma ________ dhugumaan baatu sana inni dhugumaan ni dhufa; inni akkuma bokkaa gannaa, akkuma bokkaa birraa kan lafa quubsu sanaatti // gara keenya ni dhufa.
aduun
bineensa
harree
John 7:17 — Namni fedhii Waaqaa gochuu ________ kam iyyuu barsiisni koo Waaqa biraa dhufuu fi dhufuu baachuu isaa yookaan ani ofuma kootiin dubbachuu fi dubbachuu baachuu koo ni beeka.
gammada
barbaadu
jiraata
Matthew 11:29 — ________ koo baadhaa; narraas baradhaa; waan ani garraamii fi gad of qabeessa taʼeef isin lubbuu keessaniif boqonnaa ni argattu.
Waanjoo
mudhii
diina
2 Peter 3:18 — Garuu ________ fi beekumsa Gooftaa keenyaa fi Fayyisaa keenya Yesuus Kiristoosiin guddadhaa. Ammas, bara baraanis ulfinni isaaf haa taʼu! Ameen.
amanuu
ayyaanaa
wayya
2 Peter 1:5 — Sababuma kanaaf ________ keessan irratti gaarummaa, gaarummaa irrattis beekumsa dabalachuuf waan isinii dandaʼame hunda godhaa;
jalqabaa
ija
amantii
Proverbs 10:14 — Namoonni ogeeyyiin beekumsa kuufatu; afaan gowwaa garuu ________ waama.
faayidaa
rakkina
badiisa
Colossians 1:9 — Sababii kanaaf nu gaafa waaʼee keessan dhageenyee jalqabnee isinii kadhachuu fi akka Waaqni karaa ogummaatii fi hubannaa ________ hundaan beekumsa fedhii isaatiin isin guutu kadhachuu hin dhiifne.
barsiisaa
hafuuraa
chaappaa
Colossians 1:10 — Kunis akka isin hojii gaarii hundaan ija naqachaa, Waaqa beekuudhaanis guddachaa, jireenya Gooftaaf maluu fi kan karaa hundaan isa ________ jiraattaniif;
obsa
fayyaa
gammachiisu
Philippians 1:9 — Kadhannaan koo kanaa dha: kunis akka jaalalli keessan beekumsaa fi hubannaa hundaan ittuma fufee ________
baayʼatu
barbaachisu
dabarsee
1 Corinthians 8:1 — Waaʼee nyaata waaqota ________ aarsaa dhiʼeeffamee akka nu hundinuu beekumsa qabnu beekna. Beekumsi of nama tuulchisa; jaalalli garuu nama ijaara.
qulqulloota
dinqii
tolfamoof
Proverbs 3:6 — karaa kee hunda keessatti isa dursi; innis ________ kee siif qajeelcha.
daandii
cubbuu
seera
Psalm 119:66 — Murtii gaarii fi beekumsa na barsiisi; ani ________ keetti nan amanaatii.
daandii
ajajawwan
gurra
Hosea 4:6 — sabni koo beekumsa dhabuudhaan badeera. “Waan ati beekumsa tuffatteef anis akka ati ________ naaf hin taaneef si tuffadheera; sababii ati seera Waaqa keetii gatteef anis ilmaan kee nan gata.
luba
badiisa
amanamummaa
Proverbs 24:5 — Ogeessi humna guddaa qaba; beekaan namaa immoo ________ itti dabalata;
gaachana
jabina
dallaa
2 Corinthians 10:4 — Miʼi waraanaa kan nu ittiin lollu kan daʼannoo jigsuudhaaf humna Waaqaa qabuudha malee miʼa waraana ________ miti.
ergamaa
foonii
obsa
2 Corinthians 10:5 — Mormii fi of ________ beekumsa Waaqaa irratti kaʼu hunda ni diigna; yaada hundas boojinee Kiristoosiif akka ajajamu ni goona.
dadhabaa
lallabaa
tuulummaa
2 Corinthians 4:6 — Waaqni, “________ keessaa ifni haa ifu” jedhe sun akka fuula Kiristoos irraa ifa beekumsa ulfina Waaqaa nuu kennuuf ifa isaa garaa keenya keessatti ibseeraatii.
bifa
rakkina
Dukkana
Ephesians 6:17 — Qoobii sibiilaa kan fayyinaa kaaʼadhaa; ________ Hafuuraas qabadhaa; innis dubbii Waaqaa ti.
seera
jabaa
goraadee
Malachi 2:7 — “Sababii inni ergamaa Waaqayyo Waan Hunda ________ taʼeef, hidhiin luba tokkoo beekumsa kuufata; namoonnis afaan isaa irraa gorsa barbaadu.
saboota
bineensota
Dandaʼuu
1 Peter 3:15 — Garuu garaa keessan keessatti Kiristoos Gooftichaaf ulfina guddaa kennaa. Nama sababii abdii isin qabdan sanaa isin gaafatu kamiif iyyuu deebii kennuuf yeroo hunda qophaaʼaa. Waan kana immoo ________ fi sodaan godhaa;
garraamummaa
jalʼinni
furama
2 Timothy 2:15 — Atis dubbii dhugaa sana ________ qabachuudhaan hojjetaa qoratamee fudhatame kan itti hin qaanofne taʼiitii fuula Waaqaa duratti of dhiʼeessuuf tattaaffadhu.
sirriitti
gammachuudhaan
obsaan
Daniel 11:32 — Inni warra kakuu sana dhiisan gowwoomsee ni dogoggorsa; warri Waaqa isaanii beekan garuu jabaatanii dhaabachuudhaan isa ________.
mormu
makame
barumsa
2 Timothy 2:24 — Garbichi Gooftaa kan nama hundumaaf garaa laafu, kan barsiisuu dandaʼuu fi ________ qabeessa taʼuu qaba malee kan namaan wal lolu taʼuu hin qabu.
gorsa
obsa
ergamaa
Link copied
Has this study helped you? Share a short or your full testimony — your story helps someone else find this site.
Save your progress
Optional. You never need an account to use this site.
Keep your quiz scores and your certificate if you change phone or clear your browser.
Restore progress
Restoring replaces the progress on this device, and any certificate you print afterwards will carry the name on the record.
