Yesus Eenyu? — Qorannoo Kitaaba Qulqulluu KJV Lakkoofsota Strong Waliin — Bible Quiz
For each reference below, choose what that verse teaches. Your score appears at the end.
This is the graded quiz. Pass it to earn credit toward your Ministry Certificate of Endorsement.
Isaayyaas 9:6 — Mucaan nuuf dhalateera; ilmi nuuf kennameera; mootummaan gatiittii isaa irra jiraata. Innis ________ Dinqisiisaa, Waaqa Jabaa, Abbaa Bara baraa, Mootii Nagaa jedhamee ni waamama.
ejjeta
aaduu
Gorsaa
Uumama 1:26 — Waaqnis, “Kottaa akka bifa keenyaatti, akka ________ keenyaattis nama uumnaa; isaanis qurxummii galaanaa irratti, simbirroo samii irratti, horii irratti, lafa hundumaa fi uumamawwan lafa irra munyuuqan hundumaa irratti aangoo haa qabaatan” jedhe.
Tulluu
eegumsaa
fakkeenya
Keessa Deebii 6:4 — Yaa Israaʼel ________; Waaqayyo Waaqni keenya Waaqayyo tokkicha.
dhagaʼi
hangafa
kakate
Miilkiyaas 3:1 — “Kunoo ani ergamaa koo isa fuula koo duraan ________ naaf qopheessu nan erga. Ergasii Gooftaan isin eeggattan akkuma tasaa gara mana qulqullummaa isaa ni dhufa; ergamaan kakuu kan isin hawwitan sun ni dhufa” jedha Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu.
gooftaa
karaa
afaan
Uumama 22:2 — Waaqnis akkana jedheen; “Ilma kee Yisihaaq, ilma kee tokkicha isa ________ sana fudhiitii biyya Mooriyaa dhaqi. Tulluu ani sitti himu irratti qalma gubamu godhiitii isa dhiʼeessi.”
kennita
jaallattu
sanduuqa
Yohannis 19:17 — Innis ________ ofii isaa baadhatee iddoo Buqqee Mataa kan afaan Ibraayisxiitiin Golgootaa jedhamutti ol baʼe.
dhufaatii
dhirsa
fannoo
Yohannis 1:29 — Guyyaa itti aanutti ________ utuu Yesuus gara isaa dhufuu argee akkana jedhe; “Ilaa Hoolaa Waaqaa isa cubbuu addunyaa balleessu!
Abrahaam
Yoosef
Yohannis
Isaayyaas 53:7 — Inni ni cunqurfame; ni dhiphates; garuu afaan isaa hin saaqqanne; inni akkuma ________ hoolaa kan iddoo qalmaatti geeffamuu, akkuma hoolaa fuula nama rifeensa irraa murmuruu duratti calʼisuu, akkasuma afaan isaa hin saaqqanne.
eebba
ilmoo
hidhaa
Isaayyaas 7:14 — Kanaafuu Gooftaan mataan isaa ________ isiniif kenna: Kunoo durbi tokko ni ulfoofti; ilma ni deessi; Amaanuʼel jettees isa moggaafti.
cubbuu
abdiis
mallattoo
Miikiyaas 5:2 — “Garuu yaa ________ Efraataa, ati yoo balbala Yihuudaa keessaa xinnoo taate iyyuu, kan bulchaa Israaʼel taʼu, kan jiraachuun isaa durumaa, kan bara duriitii jalqabee ture tokko si keessaa baʼee naaf dhufa.”
Niftaalem
Damaasqoo
Beetlihem
Uumama 3:15 — Siʼii fi dubartittii, sanyii keetii fi sanyii ishee gidduutti diinummaa nan uuma; inni ________ kee ni tuma; atis koomee isaa ni iddita.”
afaan
mataa
kakuu
Yohannis 1:1 — ________ dubbiitu ture; dubbichis Waaqa wajjin ture; dubbiin sunis Waaqa ture.
saʼaatii
Jalqabatti
dhalate
Yohannis 1:14 — Dubbiin ________ taʼee nu gidduu jiraate. Nus ulfina isaa, ulfina Ilma Tokkicha ayyaanaa fi dhugaadhaan guutamee Abbaa biraa dhufe sanaa argineerra.
foon
miilla
haadha
Qolosaayis 2:9 — Guutummaan Waaqummaa ________ fooniin Kiristoos keessa jiraataatii;
hundinuu
qulqulluu
dhugaa
Yohannis 5:39 — Isin Katabbiiwwan Qulqulluudhaan jireenya bara ________ arganna jettanii waan yaaddaniif Katabbiiwwan Qulqulluu sana qorattu. Katabbiiwwan Qulqulluun kunneenis waaʼee koo dhugaa baʼu;
baraa
gama
Katabbiin
Roomaa 3:23 — sababii hundi isaanii iyyuu cubbuu hojjetaniif isaan ________ Waaqaa irraa citaniiruutii;
abbaa
ulfina
afaan
Ibroota 9:22 — Dhugumaan akka seeraatti wantoota muraasa malee wanni hundinuu dhiigaan qulqulleeffama; dhiigni dhangalaafamu malees ________ cubbuu hin jiru.
jalʼinni
dadhabbiin
dhiifamni
1 Xiimotewos 2:5 — Waaqni tokkicha; Waaqaa fi nama gidduu immoo gidduu ________ tokkotu jira; innis Kiristoos Yesuus isa nama taʼee dha;
icciitii
jooraa
galeessa
Ibroota 1:8 — Waaʼee Ilmaa garuu akkana jedha; “Yaa Waaqayyo, ________ kee bara baraa hamma bara baraatti ni jiraata; bokkuun qajeelummaas bokkuu mootummaa keetii ni taʼa.
mudhii
teessoon
miidhagina
Faarfannaa 110:1 — Waaqayyo, gooftaa kootiin: “Hamma ani diinota kee ________ miilla keetii godhutti, karaa mirga koo taaʼi” jedhe.
Furiin
aaduu
ejjeta
1 Qorontos 15:20 — Amma garuu Kiristoos warra boqotaniif hangafa taʼee dhugumaan warra ________ keessaa kaafameera.
dubartii
duʼan
haaraa
Qolosaayis 1:27 — Waaqni badhaadhummaan ulfina icciitii kanaa hammam guddaa akka taʼe Namoota Ormaa gidduutti qulqulloota isaatti beeksisuu filateera; icciitiin kunis Kiristoos, ________ ulfinaa isa isin keessa jiruu dha.
beekumsa
dhagna
abdii
Mulʼata 1:7 — “Kunoo, inni ________ wajjin dhufa; iji hundinuu, warri isa waraanan iyyuu isa ni argu;” saboonni lafaa hundinuus “sababii isaatiif ni wawwaatu.” Akkasuma taʼa! Ameen.
duumessa
hafuurota
hamoo
Hojii 4:12 — Fayyinni nama biraa tokko irraa iyyuu hin argamu; ________ nu ittiin fayyifamnu kan samii gaditti namootaaf kenname biraa tokko iyyuu hin jiruutii.”
jechuu
mallattoo
maqaan
Yohannis 3:16 — Kan isatti amanu hundi jireenya bara ________ akka qabaatuuf malee akka hin badneef, Waaqni hamma Ilma isaa tokkicha kennutti addunyaa jaallateeraatii.
duukaa
baraa
saʼaatii
Link copied
Has this study helped you? Share a short or your full testimony — your story helps someone else find this site.
Save your progress
Optional. You never need an account to use this site.
Keep your quiz scores and your certificate if you change phone or clear your browser.
Restore progress
Restoring replaces the progress on this device, and any certificate you print afterwards will carry the name on the record.
