🌐 Language
'Olelo Hawai'iAfaan Oromoobahasa IndonesiaBelarusianBrezhonegCebuanoChamorroChichewachiShonaChongthuCiyawoDanskDeutschEestiEnglishEspañolEsperantoeʋegbeFrançaisHausaHrvatskiIgboIlocanoItalianoKikuyuKiswahiliKiyombiKreyòl AyisyenLatinaLatviešulietuviųLingálaLugandaMagyarMahasuiMāoriNederlandsNorskPohnpeianPolskiPortuguêsQach’abelRomaniRomânăSanskritSetswanaShqipsrpski jezikSuomiSvenskaTagalogTiếng ViệtTonganTwiTürkçeUyghur tiliYorùbáÍslenskaČeštinaБългарскиРусскийУкраїнськаעבריתاردوالعربيةفارسیكوردی سۆرانیअहिराणी‎नेपालीभद्रवाही‎मराठीमानक हिन्दी‎हरियाणवी‎অসমীয়াবাংলাਪੰਜਾਬੀગુજરાતીଓଡ଼ିଆ‎தமிழ்తెలుగుಕನ್ನಡമലയാളംไทยဗမာἙλληνική中文日本語한국어+ All languages
See More Jesus

Macaafni Qulqulluun Ogummaa Waa'ee Maal Jedha? — Kutaa 2ffaa · Caqasawwan KJV Lakkoofsota Strong Waliin — Bible Quiz

For each reference below, choose what that verse teaches. Your score appears at the end.

This is the graded quiz. Pass it to earn credit toward your Ministry Certificate of Endorsement.

Proverbs 9:10 — “Waaqayyoon sodaachuun ________ ogummaa ti; isa Qulqulluu Sana beekuun hubannaa dha.
jalqaba
dhiisu
tuulummaa
Proverbs 1:7 — Waaqayyoon sodaachuun ________ ogummaa ti; gowwoonni garuu ogummaa fi adabamuu tuffatu.
dhiisu
jalqaba
tuulummaa
1 Kings 3:9 — Kanaafuu ________ ani ittiin saba kee bulchuu fi waan gaarii fi waan hamaa ittiin gargar baasee beeku garbicha keetiif kenni. Yoo akkas taʼuu baate eenyutu saba kee guddaa kana bulchuu dandaʼa?”
hubannaa
jiraataa
balʼina
1 Kings 3:12 — ani waan ati kadhatte kana siifin kenna. ________ ogeessa waa hubatu kan namoonni si dura turan hin qabaatin, kan warri si duubaan dhufanis hin qabaanne siifin kenna.
wayyaa
jaalala
Qalbii
Proverbs 2:6 — Waaqayyo ogummaa namaa kennaatii; ________ isaa keessaa illee beekumsaa fi hubannaatu baʼa.
afaan
jireenya
duratti
1 Corinthians 1:25 — Gowwummaan Waaqaa ogummaa namaa caalaa ogeessaatii; ________ Waaqaas jabina namaa irra jabaa dha.
haxxummaa
dadhabbiin
buusuuf
1 Corinthians 3:19 — Ogummaan addunyaa kanaa fuula Waaqaa duratti gowwummaadhaatii. Kunis isa, “Inni ogeeyyii ________ isaaniitiin qaba” jedhamee barreeffamee dha.
haxxummaa
garummaan
waraqaa
James 3:15 — Ogummaan kun kan lafaa ti; kan foonii ti; kan hafuura ________ malee kan samii irraa dhufu miti.
Gaati
hamaati
Naazreeti
James 3:17 — Ogummaan samii irraa dhufu garuu duraan dursee qulqulluu dha; akkasumas ________ qabeessa; garraamii dha; ajajamaa dha; kan araaraa fi ija gaariin guutamee dha; wal caalchisuu fi itti fakkeessuus of keessaa hin qabu.
nagaa
mudaa
ulfina
1 Corinthians 1:24 — warra waamamaniif garuu Yihuudootaafis taʼu Giriikotaaf Kiristoos ________ Waaqaatii fi ogummaa Waaqaa ti.
humna
nagaa
dandaʼu
1 Corinthians 1:30 — Isin sababii isaatiin kan Kiristoos Yesuus taatan; inni ogummaa keenya kan Waaqa biraa dhufe jechuunis qajeelummaa keenya, ________ fi furii keenyaa dha.
dubbii
qulqullummaa
murtii
Proverbs 3:13 — Namni ogummaa argatu kan ________ argatu eebbifamaa dha;
hubannaas
sooressa
gadda
Ecclesiastes 4:12 — Namni tokko moʼatamuu dandaʼa; namoonni lama garuu of irraa deebisuu dandaʼu. Funyoon foʼaa sadiin foʼame ________ hin citu.
Waaqaatti
murtii
dafee

← Back to the study