Macaafni Qulqulluun Waaʼee Halkanii fi Guyyaa Hojjachuu (Diligence) Maal Jedha? — Kutaa 2 · Caaffata Qulqulluu KJV Lakkoofsota Strong waliin — Bible Quiz
For each reference below, choose what that verse teaches. Your score appears at the end.
This is the graded quiz. Pass it to earn credit toward your Ministry Certificate of Endorsement.
2 Peter 1:10 — Kanaaf yaa obboloota ko, waamamuu fi filatamuu keessan mirkaneeffachuuf caalaatti ________ qabaadhaa. Yoo waan kana gootan isin hin gufattan;
ibsaa
hinaaffaa
jaallatamaa
2 Timothy 2:15 — Atis dubbii dhugaa sana sirriitti qabachuudhaan hojjetaa qoratamee ________ kan itti hin qaanofne taʼiitii fuula Waaqaa duratti of dhiʼeessuuf tattaaffadhu.
dhiphachaa
facaase
fudhatame
Ephesians 4:3 — ________ nagaatiin tokkummaa Hafuuraa eeguuf carraaqaa.
Faasiikaa
haaraa
Hidhaa
Ephesians 5:15 — Egaa isin akkamitti akka jiraattan jabeessaa of eeggadhaa! Akka ogeeyyiitti jiraadhaa malee akka warra ________ hin taʼiniitti hin jiraatinaa;
aduun
ogeeyyii
fakkii
Proverbs 10:4 — Harki hojii hin hojjenne nama hiyyoomsa; harki jabaatee hojii ________ garuu nama sooromsa.
xiyya
ibsaan
hojjetu
Proverbs 27:23 — Haala ________ kee keessa jiran sirriitti beeki; loon keetiifis xiyyeeffannaa kenni;
qulqulloota
irree
bushaayeen
Hebrews 6:19 — Nus ________ kana akka hiituu dooniitti lubbuuf qabna. Abdiin kunis iddoo qulqulluu golgaa duuba jiru sana ol seena;
baraa
jiraataa
abdii
Romans 12:8 — yoo jajjabeessuu taʼe, haa jajjabeessu; yoo warra rakkataniif kennuu taʼe, ________ haa kennu; yoo bulchuu taʼe, jabaatee haa bulchu; yoo maaruu taʼe, gammachuun haa maaru.
jaallatamtoota
gammachuudhaan
arjummaadhaan
Romans 12:11 — Gooftaa tajaajiluu keessatti hafuura gubaa qabaadhaa malee ________ hin dhabinaa.
jaallatamaa
hinaaffaa
dadhabbii
Jude 1:3 — Yaa michoota, ani waaʼee ________ nu walii wajjin qooddannu kanaa isiniif barreessuuf guddisee nan hawwan ture; garuu akka isin amantii yeroo tokko bara baraan qulqulloota Waaqaatti imaanaa kenname sanaaf jabaattanii loltaniif isiniif barreessee isin gorsuun barbaachisaa natti fakkaate.
fayyina
dukkana
jaalala
2 Peter 1:19 — Kanaafuu dubbiin raajonni dubbatan sun ittuma caalee nuuf mirkaneeffame; isinis hamma boruun baqaqee bakkalchi barii garaa keessan keessatti baʼutti yoo akkuma ibsaa ________ keessatti ibsuutti dubbii kanaaf xiyyeeffannoo kennitan waan gaarii gochuu keessan.
dukkana
jaalala
qalbii
Matthew 7:8 — Namni kadhatu hundi ni argataatii; namni barbaadu ni ________; nama rurrukutuufis balballi ni banama.
argata
hojjetu
Dhugaa
Isaiah 55:6 — Yeroo inni ________ Waaqayyoon barbaaddadhaa; yeroo inni dhiʼoo jiruttis isa waammadhaa.
galateeffadha
argamutti
dhugaatii
Psalm 105:4 — Waaqayyoo fi ________ isaa barbaaddadhaa; yeroo hunda fuula isaa barbaadaa.
qulqulluu
hojii
humna
Deuteronomy 4:9 — Akka waan ________ kee arge hin daganneef yookaan akka hamma ati lubbuudhaan jirtutti garaa keetii hin badneef ofuma eeggadhu; jabaadhuu of eeggadhu. Waan kanas ijoollee keetii fi ijoollee ijoollee ijoollee keetii barsiisi.
qulqulluu
taʼe
iji
Proverbs 4:23 — Waan hunda caalaa ________ kee eeggadhu; burqaan jireenyaa achii baʼaatii.
faayidaa
qalbii
jaalala
Jude 1:21 — Araarri Gooftaa keenya Yesuus Kiristoos jireenya bara baraatti akka isin geessu eeggachaa ________ Waaqaatiin of eegaa.
jaalala
ayyaana
qofa
Deuteronomy 6:17 — ________ Waaqayyo Waaqa keessanii, qajeelfamawwanii fi seerawwan inni isiniif kenne akka gaariitti eegaa.
abbootii
dubbii
Ajajawwan
Titus 3:8 — Jechi kunis amanamaa dha. Warri Waaqa amanatan akka waan gaarii hojjechuuf of eeggannaan of kennan, akka ati cimsitee waan kana dubbattu nan barbaada. Kunis waan akka malee gaarii fi waan nama hundumaa ________ dha.
hubadha
fayyaduu
baayʼadhaa
Isaiah 40:31 — Warri Waaqayyoon abdatan garuu humna isaanii ni haaromfatu. Isaan akkuma ________ qoochoodhaan barrisu; ni fiigu; hin dadhaban; ni deemu; hin bututan.
daaʼimman
gugee
risaa
Link copied
Has this study helped you? Share a short or your full testimony — your story helps someone else find this site.
Save your progress
Optional. You never need an account to use this site.
Keep your quiz scores and your certificate if you change phone or clear your browser.
Restore progress
Restoring replaces the progress on this device, and any certificate you print afterwards will carry the name on the record.
