Macaafni Qulqulluun Obsa Waaʼee Isaa Maal Jedha? — Hundee · Caaffata Qulqulluu KJV Lakkoofsota Strong waliin — Bible Quiz
For each reference below, choose what that verse teaches. Your score appears at the end.
This is the graded quiz. Pass it to earn credit toward your Ministry Certificate of Endorsement.
Yaaqoob 1:2-4 — Yaa obboloota ko, yommuu qorumsi adda addaa isin irra gaʼutti akka ________ guutuutti fudhadhaa;
dhiphina
gammachuu
dubbii
2 Phexros 1:5-7 — Sababuma kanaaf amantii keessan irratti gaarummaa, gaarummaa irrattis ________ dabalachuuf waan isinii dandaʼame hunda godhaa;
beekumsa
wayya
ulfina
2 Phexros 1:8 — Yoo isin waan kana hunda qabaattanii ittuma isinii ________ deeme, wanni kun akka isin Gooftaa keenya Yesuus Kiristoos beekuu keessatti dadhaboo fi buʼaa dhabeeyyii hin taane isin godha.
dhalcheera
herrega
baayʼachaa
2 Xiimotewos 4:3-4 — Yeroon itti namoonni barsiisa dhugaa dhagaʼuuf obsa hin qabaanne ni dhufaatii. Qooda kanaa akka waan gurri isaanii inni hooqsisu sun dhagaʼuu barbaadu itti himaniif ________ isaanii guutachuuf barsiistota baayʼee ofii isaaniitiif walitti qabatu.
hawwii
waadaa
rakkina
Tiitoo 1:10-11 — Finciltoonni baayʼeen, warri dubbii ________ hin qabne dubbatanii fi gowwoomsitoonni keessumattuu miseensonni garee warra dhagna qabatanii hedduutu jiraatii.
qajeelummaa
hundinuu
faayidaa
Maatewos 7:21-23 — “Nama ________ Abbaa koo isa samii irraa raawwatu malee namni, ‘Yaa Gooftaa, yaa Gooftaa’ naan jedhu hundi mootummaa samiitti hin galu.
fedhii
nagaa
gatii
1 Phexros 4:12-13 — Yaa ________ jaallatamoo, qorama akka ibiddaa kan amma ittiin dhiphachaa jirtan kana akka waan wanni haaraan isinitti dhufeetti hin dinqisiifatinaa.
michoota
qulqulloota
yaada
Fiiliphisiyuus 4:1 — Kanaafuu yaa obboloota ko, isin warri ani jaalladhuu fi warri ani yaadu, warri ________ kootii fi gonfoo koos taatan, yaa michoota ko, akkanatti Gooftaatti jabaadhaa dhaabadhaa!
gammachuu
dhiphina
dhugaa
1 Tasaloniiqee 2:19-20 — Yommuu Gooftaan keenya Yesuus Kiristoos dhufutti fuula isaa duratti abdiin keenya yookaan ________ keenya yookaan gonfoon nu ittiin of jajnu eenyu? Isinuma mitii?
gammachuun
faayidaa
dhagaʼan
Luqaas 6:22-23 — Yommuu namoonni sababii Ilma Namaatiif jedhanii isin jibban, yommuu isaan of keessaa isin baasanii fi isin ________, yommuu isaan maqaa keessan akka waan hamaa tokkootti tuffatan, isin eebbifamoo dha.
arrabsan
facaase
qopheessaa
Maatewos 5:11-12 — “Yommuu namoonni sababii kootiif jedhanii isin ________, yommuu isin ariʼatanii fi yommuu waan hamaa gosa hundaa sobaan isin irratti dubbatan isin eebbifamoo dha.
qopheessaa
argachuu
arrabsan
Lallaba 4:12 — Namni tokko moʼatamuu dandaʼa; namoonni lama garuu of irraa deebisuu dandaʼu. Funyoon foʼaa sadiin foʼame ________ hin citu.
murtii
Waaqaatti
dafee
Iyyoob 5:17-18 — “Namni Waaqni adabu eebbifamaa dha; kanaafuu ati ________ Waaqa Waan Hunda Dandaʼuu hin tuffatin.
adabbii
hadhaaʼaa
buusuuf
Ibroota 12:11 — Adabbiin hundinuu yeroo sana waan nama gaddisiisu malee waan nama gammachiisu hin fakkaatu. Ergasii garuu warra ________ sanaan leenjifamaniif ija qajeelummaa fi nagaa kenna.
dhiphina
adabbii
ajajamuu
Yaaqoob 1:12 — Namni ________ obsu eebbifamaa dha; inni yommuu qorametti jabaatee waan dhaabateef gonfoo jireenyaa kan Waaqni warra isa jaallataniif waadaa gale sana ni argataatii.
lamxaaʼan
saroota
qorumsa
Roomaa 5:3-5 — Kana qofa miti; nu ________ keenyattis ni gammanna; akka dhiphinni obsa fidu ni beeknaatii;
jaalala
qalbii
dhiphina
Link copied
Has this study helped you? Share a short or your full testimony — your story helps someone else find this site.
Save your progress
Optional. You never need an account to use this site.
Keep your quiz scores and your certificate if you change phone or clear your browser.
Restore progress
Restoring replaces the progress on this device, and any certificate you print afterwards will carry the name on the record.
