🌐 Language
'Olelo Hawai'iAfaan Oromoobahasa IndonesiaBelarusianBrezhonegCebuanoChamorroChichewachiShonaChongthuCiyawoDanskDeutschEestiEnglishEspañolEsperantoeʋegbeFrançaisHausaHrvatskiIgboIlocanoItalianoKikuyuKiswahiliKiyombiKreyòl AyisyenLatinaLatviešulietuviųLingálaLugandaMagyarMahasuiMāoriNederlandsNorskPohnpeianPolskiPortuguêsQach’abelRomaniRomânăSanskritSetswanaShqipsrpski jezikSuomiSvenskaTagalogTiếng ViệtTonganTwiTürkçeUyghur tiliYorùbáÍslenskaČeštinaБългарскиРусскийУкраїнськаעבריתاردوالعربيةفارسیكوردی سۆرانیअहिराणी‎नेपालीभद्रवाही‎मराठीमानक हिन्दी‎हरियाणवी‎অসমীয়াবাংলাਪੰਜਾਬੀગુજરાતીଓଡ଼ିଆ‎தமிழ்తెలుగుಕನ್ನಡമലയാളംไทยဗမာἙλληνική中文日本語한국어+ Afaan hunda
See More Jesus
Afaan Oromoo

Kitaabni Qulqulluun Waa'ee Hojjachuu Cimsee Hojjachuu (Diligence) Waa Jedha? — Hundee · Caaffata Qulqulluu KJV Lakkoofsota Strong Waliin — Qormaata Kitaaba Qulqulluu

Qormaata Kitaaba Qulqulluu

Kitaabni Qulqulluun Waa'ee Hojjachuu Cimsee Hojjachuu (Diligence) Waa Jedha? — Hundee · Caaffata Qulqulluu KJV Lakkoofsota Strong Waliin — Qormaata Kitaaba Qulqulluu

Wabiiwwan armaan gadii keessaa tokkoo tokkoof, waan caqasni sun barsiisu filadhu. Qabxiin kee dhuma irratti ni argama.

Kun qormaata qabxiin madaalamudha. Waraqaa Ragaa Mirkaneessaa Tajaajilaa kee argachuuf isa darbi.

2 Phexros 1:5 — Sababuma kanaaf amantii keessan irratti gaarummaa, gaarummaa irrattis ________ dabalachuuf waan isinii dandaʼame hunda godhaa;
ulfina
wayya
beekumsa
Fakkeenya 15:19 — Karaan nama ________ qoraattiidhaan cufama; daandiin tolootaa garuu karaa diriiraa dha.
nagaa
amanamaa
dhibaaʼaa
Fakkeenya 18:9 — Namni hojii isaa irratti dhibaaʼu, obboleessa nama ________ balleessuu ti.
utuu
keetiin
waa
Fakkeenya 19:24 — Dhibaaʼaan harka isaa waciitii keessa kaaʼa; gara ________ isaattis hin deebifatu!
garaa
afaan
ulfina
Fakkeenya 21:25 — Sababii harki isaa hojii hojjechuu hin jaallanneef, hawwiin nama ________ duʼa isatti fida.
dhibaaʼaa
amanamaa
baayʼadhaa
Fakkeenya 24:30 — Ani lafa qotiisaa nama ________ keessa baʼee, iddoo dhaabaa wayinii nama qalbii hin qabnee keessas darbe;
fudhatama
dhibaaʼaa
miidhagaa
Fakkeenya 19:15 — Dhibaaʼummaan hirriba guddaa namatti buusa; namni hojii malee taaʼus ni ________.
cubbamaa
cabbii
beelaʼa
Fakkeenya 6:6 — Yaa ________ nana mee gara goondaa dhaqi; karaa ishee qalbeeffadhuutii ogeessa taʼi!
dhibaaʼaa
sodaattu
amanamaa
Fakkeenya 13:4 — Fedhiin ________ yoom iyyuu hin guutamu; fedhiin nama jabaatee hojjetuu immoo guutumaan ni milkaaʼa.
nagaa
dhibaaʼaa
sodaattu
Fakkeenya 21:5 — Karoorri nama tattaaffatuu ________ argamsiisa; namni ariifatu garuu ni hiyyooma.
gammachuu
buʼaa
faayidaa
Fakkeenya 11:27 — Namni waan gaarii barbaadu carraa gaarii ________; hamminni garuu nama hammina barbaadutti dhufa.
gatii
ulfina
argata
Ibroota 11:6 — Amantiidhaan malee Waaqa gammachiisuun hin ________; sababiin isaas namni gara isaa dhufu kam iyyuu akka inni jiruu fi akka inni warra isa barbaadaniif gatii kennu amanuu qaba.
dandaʼamu
barbaachisu
salphata
Hojii 18:24 — Gidduudhuma sana Yihuudiin Iskindiriyaatti dhalate kan ________ jedhamu tokko gara Efesoon dhufe; innis nama arraba qajeelu, kan Katabbiiwwan Qulqulluu gad fageenyaan beeku ture.
Qorontos
Apholoos
Akaayaa
2 Phexros 3:14 — Kanaafuu yaa ________ jaallatamoo, isinis sababii waanuma kana eeggataniif akka warra xurii fi hirʼina hin qabne, warra nagaan isa wajjin jiraatan taataniif yaalii isinii dandaʼame hunda godhaa.
sagalee
qulqulloota
michoota
2 Phexros 3:10 — Guyyaan Gooftaa garuu akkuma hattuutti dhufa. Samiiwwan sagalee guddaadhaan dhabamu; wanni samiiwwan keessa jiru hundinuus ________ guddaadhaan baqa; laftii fi wanni ishee irra jiru hundinuus ni gubata.
buʼaa
hoʼa
Katabbiin
Ibroota 6:11 — Nus akka tokkoon tokkoon keessan ________ keessan mirkaneessitanii hamma dhumaatti tattaaffii akkanaa argisiiftan barbaanna.
ulfina
dhagna
abdii
Ibroota 12:15 — Nama kamitti iyyuu ayyaanni Waaqaa akka hin hirʼanne of eeggadhaa; hiddi hadhaaʼaan biqilee ________ akka hin uumnee fi namoota baayʼees hin xureessineef of eeggadhaa.
dhagna
rakkina
dhaloota
2 Phexros 1:10 — Kanaaf yaa obboloota ko, waamamuu fi filatamuu keessan mirkaneeffachuuf caalaatti ________ qabaadhaa. Yoo waan kana gootan isin hin gufattan;
ibsaa
hinaaffaa
dadhabbii
2 Phexros 1:3 — ________ waaqummaa isaa karaa isa ulfina isaatii fi gaarummaa isaatiin nu waame sana beekuu keenyaatiin waan jireenyaa fi Waaqatti buluuf nu barbaachisu hundumaa nuuf kenneera.
obsa
ergamaa
Humni
1 Phexros 2:9 — Isin garuu akka ________ isa dukkana keessaa gara ifa isaa dinqisiisaatti isin waame sanaa labsitaniif dhaloota filatame, luboota mootii, saba qulqulluu, saba Waaqaa kan addaa taataniirtu.
galata
hafuurota
nana
Fiiliphisiyuus 4:8 — Dhuma irrattis yaa obboloota, wanni dhugaa taʼe kam iyyuu, wanni ulfina qabeessa taʼe kam iyyuu, wanni qajeelaa taʼe kam iyyuu, wanni qulqulluu taʼe kam iyyuu, wanni ________ taʼe kam iyyuu, wanni gurra namaatti tolu kam iyyuu, wanni gaarii taʼe yookaan galateeffamaa taʼe kam iyyuu yoo jiraate isin waan akkanaa yaadaa.
jaallatamaa
hinaaffaa
dhabuu
Fiiliphisiyuus 4:6 — Waan hundumaa keessatti Waaqa kadhachuu fi waammataan, ________ wajjinis gaaffii keessan Waaqatti dhiʼeeffadhaa malee waan tokko illee hin yaaddaʼinaa.
buʼaa
baraa
galata
Roomaa 12:1 — Kanaafuu yaa obboloota, akka isin dhagna keessan aarsaa jiraataa, qulqullaaʼaa fi kan Waaqa gammachiisu gootanii dhiʼeessitaniif ani gara ________ Waaqaatiin isin kadhadha; kunis waaqeffannaa keessan kan hafuuraa ti.
laafina
hinaaffaa
arraba
2 Qorontos 10:3 — Nu yoo fooniin jiraanne iyyuu akka ________ fooniitti hin lollu.
dhugaa
cubbuu
yaada
Roomaa 8:6 — Yaadni foonii duʼa; yaadni ________ garuu jireenyaa fi nagaa dha.
waadaa
beekuu
Hafuuraa
Efesoon 4:23 — hafuura ________ keessaniitiinis haaromfamaa;
ulfina
yaada
ayyaana
2 Xiimotewos 1:7 — Waaqni hafuura humnaa, kan jaalalaatii fi kan of dhowwuu nuu kenne malee hafuura ________ nuuf hin kennineetii.
guutummaatti
Dhuma
sodaa
Fiiliphisiyuus 4:13 — Ani isa ________ naa kennu sanaan waan hunda gochuu nan dandaʼa.
nagaa
humna
ulfina
1 Phexros 1:13 — Kanaafuu mudhii ________ keessanii hidhadhaa; warra of qaban taʼaa; abdii keessanis guutumaan guutuutti ayyaana yeroo Yesuus Kiristoos mulʼatutti isinii kennamu sana irra kaaʼadhaa.
qalbii
Michoota
dhaloota

← Gara Qorannootti Deebi'i