Kitaabni Qulqulluun Waa'ee Araaraa Maal Jedha? — Kutaa 2 · Caaffata Qulqulluu KJV Lakkoofsota Strong Waliin — Bible Quiz
For each reference below, choose what that verse teaches. Your score appears at the end.
This is the graded quiz. Pass it to earn credit toward your Ministry Certificate of Endorsement.
Baʼuu 34:6 — Waaqayyo fuula Musee dura ________ akkana jedhee labse; “Waaqayyo, Waaqayyo Waaqa gara laafessaa fi arjaa, kan dafee hin aarre, kan jaalallii fi amanamummaan isaa guddaa
sodaatan
mulʼate
darbee
Faarfannaa 86:15 — Yaa Gooftaa, ati garuu Waaqa garaa ________ fi arjaa dha; daftee hin aartu; jaalallii fi amanamummaan kee dhuma hin qabu.
baayʼadhaa
dhibaaʼaa
laafessaa
Faarfannaa 86:5 — Yaa Gooftaa ati gaarii dha; dhiifamas namaa ________; warra si waammatan hundaafis jaalalli kee guddaa dha.
badiisa
goota
Michoota
Nahimiyaa 9:17 — Jarris ________ didan; dinqii ati isaan gidduutti hojjette hin yaadanne. Garbummaa isaaniitti deebiʼuuf jedhaniis mataa jabaatanii fincila isaaniitiin hoogganaa muuddatan. Ati garuu Waaqa namaaf araaramu, arjaa fi gara laafessa, kan dafee hin aarree fi kan jaalalli isaa dhuma hin qabnee dha. Kanaafuu ati isaan hin ganne;
ajajamuu
utubaa
burqaa
2 Qorontos 1:3 — Waaqnii fi Abbaan Gooftaa keenya Yesuus Kiristoos, Abbaan araaraatii fi Waaqni ________ hundaa haa eebbifamu;
jajjabina
argachuuf
fannisi
Faaruu 3:22 — Nu sababii ________ Waaqayyoo guddaa sanaatiif hin badnu; gara laafinni isaa hin dhumuutii.
badiisa
jaalala
araara
Faarfannaa 103:8 — Waaqayyo gara ________ fi arjaa dha; inni aaruuf hin ariifatu; jaalalli isaas baayʼee dha.
baayʼadhaa
fayyaduu
laafessaa
Miikiyaas 7:19 — Ati deebitee garaa nuu laafta; ________ keenya miilla kee jalatti dhidhiittee balleessaa keenya hundas tuujuba galaanaatti // gad darbatta.
gooftaa
cubbuu
ulfina
Keessa Deebii 4:31 — Waaqayyo Waaqni kee Waaqa araaraa ti; inni si hin gatu yookaan si hin balleessu yookaan kakuu abbootii keetiif ________ sana hin dagatu.
kakate
ajajamuu
baatota
Miikiyaas 6:8 — Yaa nama, inni waan gaarii si argisiiseera. Waaqayyo maal sirraa barbaada? Murtii qajeelaa kennuu fi ________ jaallachuu, akka ati gad of qabdee Waaqa kee wajjin deemtu // sirraa barbaada mitii?
araara
jaalala
gorsa
Hooseʼaa 6:6 — Ani araaran fedha malee aarsaa hin fedhuutii; aarsaa ________ caalaa Waaqa beekuu nan fedha.
gubamu
guutuu
jabaa
Fakkeenya 3:3 — Jaalallii fi amanamummaan yoom iyyuu sirraa hin fagaatin; ________ keetti hidhadhu; gabatee garaa kee irrattis barreeffadhu.
morma
xiyya
ibsaan
Fakkeenya 28:13 — Namni cubbuu ofii dhokfatu hin milkaaʼu; kan cubbuu isaa himatee irraa deebiʼu garuu ________ argata.
jaalala
araara
dukkana
Faarfannaa 51:1 — Yaa Waaqayyo, akkuma jaalala kee kan hin geeddaramne sanaatti na maari; akkuma baayʼina ________ keetiitti, yakka koo narraa haqi.
dhaala
badiisa
araara
Luqaas 18:13 — “Namichi ________ walitti qabu sun garuu fagoo dhaabate, qoma isaa dhadhaʼaa, ‘Yaa Waaqayyo, ani nama cubbamaadhaatii naa naʼi!’ jedhe malee ija isaatiin illee ol jedhee gara samii hin ilaalle.
huuba
daaʼima
qaraxa
Ibroota 4:16 — Kanaafuu akka araara argannuu fi akka ayyaana yeroo nu barbaachisutti nu gargaaru argannuuf kottaa gara teessoo ayyaanaatti ________ malee dhiʼaannaa.
sodaa
Dhuma
dafee
Yooʼeel 2:13 — Isin utuu wayyaa keessan hin taʼin garaa keessan tarsaasaa. Gara Waaqayyo Waaqa keessaniitti ________; inni arjaa fi gara laafessaatii; inni dafee hin aaru; jaalalli isaa baayʼee dha; inni badiisa erguu irraa of qusata.
cubbamaa
ariʼe
deebiʼaa
Yoonaas 4:2 — Akkana jedhees Waaqayyoon kadhate; “Yaa Waaqayyo wanni ani yeroo biyya koo turetti jedhe sun kanuma mitii? Wanni ani ________ baqachuuf ariifadheefis kana. Ani akka ati Waaqa arjaa fi garaa laafessa, kan dafee hin aarree fi kan jaalalli isaa guddaa taʼe, Waaqa balaa buusuu irraa of qusatu taate nan beeka.
Nanawwee
Tarshiishitti
Kooreebitti
Faarfannaa 145:8 — Waaqayyo arjaa fi gara ________; inni aaruuf hin ariifatu; jaalalli isaas baayʼee dha.
sodaattu
laafessa
dhibaaʼaa
Luqaas 1:72 — araara abbootii keenyaaf waadaa gale sana raawwachuudhaaf, ________ isaa qulqulluu
teessoo
intala
kakuu
Faarfannaa 23:6 — Dhugumaan ________ keetii fi araarri kee, bara jireenya kootii hunda na duukaa buʼu; anis bara baraan, mana Waaqayyoo keessa nan jiraadha.
cunqursaadhaan
gaarummaan
calʼisee
Link copied
Has this study helped you? Share a short or your full testimony — your story helps someone else find this site.
Save your progress
Optional. You never need an account to use this site.
Keep your quiz scores and your certificate if you change phone or clear your browser.
Restore progress
Restoring replaces the progress on this device, and any certificate you print afterwards will carry the name on the record.
