🌐 Language
'Olelo Hawai'iAfaan Oromoobahasa IndonesiaBelarusianBrezhonegCebuanoChamorroChichewachiShonaChongthuCiyawoDanskDeutschEestiEnglishEspañolEsperantoeʋegbeFrançaisHausaHrvatskiIgboIlocanoItalianoKikuyuKiswahiliKiyombiKreyòl AyisyenLatinaLatviešulietuviųLingálaLugandaMagyarMahasuiMāoriNederlandsNorskPohnpeianPolskiPortuguêsQach’abelRomaniRomânăSanskritSetswanaShqipsrpski jezikSuomiSvenskaTagalogTiếng ViệtTonganTwiTürkçeUyghur tiliYorùbáÍslenskaČeštinaБългарскиРусскийУкраїнськаעבריתاردوالعربيةفارسیكوردی سۆرانیअहिराणी‎नेपालीभद्रवाही‎मराठीमानक हिन्दी‎हरियाणवी‎অসমীয়াবাংলাਪੰਜਾਬੀગુજરાતીଓଡ଼ିଆ‎தமிழ்తెలుగుಕನ್ನಡമലയാളംไทยဗမာἙλληνική中文日本語한국어+ All languages
See More Jesus

Macaafni Qulqulluun Waa'ee Gaarii fi Hamaa Maal Jedha? — Hundee · Caaffata Qulqulluu KJV Lakkoofsota Strong Waliin — Bible Quiz

For each reference below, choose what that verse teaches. Your score appears at the end.

This is the graded quiz. Pass it to earn credit toward your Ministry Certificate of Endorsement.

Ibroota 5:14 — Nyaanni jabaataan garuu namoota bilchaatoo kanneen waan gaarii fi waan hamaa ________ baasanii beekuuf of leenjisaniif taʼa.
dhagna
gargar
uume
Keessa Deebii 30:15 — Kunoo ani harʼa jireenyaa fi ________, duʼaa fi badiisa fuula kee dura kaaʼeera.
eebba
sulula
kudhan
Fakkeenya 1:29 — Isaan waan ________ jibbanii Waaqayyoon sodaachuu illee filachuu didaniif
beekumsa
argata
wayya
Isaayyaas 5:20 — Warra hamaadhaan gaarii, gaariidhaan immoo hamaa jedhaniif, kanneen ifaan dukkana, dukkanaan immoo ifa jedhaniif, warra miʼaawaadhaan ________, hadhaaʼaadhaan immoo miʼaawaa jedhaniif wayyoo.
hadhaaʼaa
dukkanni
guddina
Fakkeenya 24:8 — Namni ________ malu, “Maltee” jedhama.
murtii
hammina
badiisa
Ermiyaas 13:23 — Namni Itoophiyaa tokko bifa isaa yookaan ________ buburrina isaa geeddaruu ni dandaʼaa? Isin warri hammina hojjechuu barattanis waan gaarii hojjechuu hin dandeessan.
qoricha
qeerransi
dhoksuun
Fakkeenya 4:14 — Daandii ________ irra miilla kee hin dhaabin yookaan karaa jalʼootaa irra hin deemin.
hamootaa
eebbifamaa
gargar
Fakkeenya 4:18 — Karaan qajeeltotaa akkuma ________ barii barraaqaa kan hamma saafaatti ittuma fufee ifaa deemuu ti.
abdii
ibidda
ifa
Uumama 2:8 — Waaqayyo Waaqnis Eeden keessatti gama baʼa biiftuutti iddoo biqiltuu qopheesse; nama ________ sanas achi keessa kaaʼe.
qullaa
tolche
qubatan
Uumama 2:15 — Waaqayyo Waaqni akka inni isa misoomsuu fi akka inni isa eeguuf jedhee nama fuudhee Iddoo Biqiltuu ________ keessa kaaʼe.
Gooshen
Eeden
Seeʼiir
Uumama 2:16 — Waaqayyo Waaqnis akkana jedhee nama ________; “Muka iddoo biqiltuu kana keessa jiru hunda irraa nyaachuu ni dandeessa;
ajaje
waamee
deebise
Uumama 3:1 — ________ Waaqayyo Waaqni uume hunda keessaa bofti haxxee ture. Dubartittiidhaanis, “Dhuguma Waaqni, ‘Muka iddoo biqiltuu keessa jiru kam irraa iyyuu hin nyaatinaa’ isiniin jedheeraa?” jedhe.
eebba
Bineensa
aduun
Uumama 3:6 — Dubartittiinis yommuu akka iji mukichaa nyaataaf gaarii, kan ija namaatti tolu, ogummaa argachuufis akka nama gojomaasisu argitetti fudhattee nyaatte. ________ ishees ishee wajjin ture; isaafis ni laatte; innis ni nyaate.
Dhirsi
dadhabbii
garbittii
Uumama 3:8 — Akkuma ________ qabbanoofteenis namichii fi niitiin isaa utuu Waaqayyo Waaqni iddoo biqiltuu sana keessa deemuu sagalee isaa dhagaʼan; isaanis mukkeen iddoo biqiltuu keessa Waaqayyo Waaqa duraa dhokatan.
aduun
eebba
bineensa
Uumama 3:9 — Waaqayyo Waaqni garuu namicha ________, “Ati eessa jirta?” jedheen.
ajaje
waamee
darbee
Faarfannaa 56:3 — Ani yommuun sodaadhutti sin ________.
eeggadha
dhiʼaatu
amanadha
Faarfannaa 56:11 — Waaqa nan ________; ani homaa hin sodaadhu. Namni maal na gochuu dandaʼa?
amanadha
eeggadha
dhiʼaatu
Uumama 6:5 — Waaqayyos akka ________ namaa lafa irratti baayʼatee, wanni namni yeroo hunda garaa isaatti yaadu hundinuus jalʼaa qofa taʼe arge.
jalʼinni
hadhaaʼaa
garummaa
Uumama 8:20 — Nohis Waaqayyoof iddoo aarsaa ________; horii fi simbirroota qulqulluu hunda keessaa fuudhee iddoo aarsaa sana irratti aarsaa gubamu dhiʼeesse.
ijaare
tolche
uume
Fakkeenya 1:33 — namni na dhaggeeffatu kam iyyuu garuu ________ jiraata; inni qabbanaan jiraata; wanni hamaanis isa hin sodaachisu.”
sobaan
nagaadhaan
guutummaatti
1 Phexros 2:24 — Inni mataan isaa akka nu cubbuuf duunee qajeelummaaf immoo jiraannuuf jedhee dhagna isaatiin cubbuu keenya ________ irratti baate; isinis madaa isaatiin fayyitaniirtu.
arraba
fannoo
himata

← Back to the study