Macaafni Qulqulluun Waa'ee Gaarii fi Hamaa Maal Jedha? — Kutaa 2ffaa · Caqasoota KJV Lakkoofsota Strong Waliin — Bible Quiz
For each reference below, choose what that verse teaches. Your score appears at the end.
This is the graded quiz. Pass it to earn credit toward your Ministry Certificate of Endorsement.
Hebrews 5:14 — Nyaanni jabaataan garuu namoota bilchaatoo kanneen waan gaarii fi waan hamaa ________ baasanii beekuuf of leenjisaniif taʼa.
dhagna
gargar
barbaachisu
2 Corinthians 11:3 — Garuu akkuma bofti ________ isaatiin Hewaanin gowwoomse sana yaadni keessanis akkasuma dhugaa fi qulqullina ittiin Kiristoosiif of kennitan sana irraa ni dogoggorfama jedheen sodaadha.
haxxummaa
salphinaan
hoʼaa
Romans 6:23 — Mindaan cubbuu duʼaatii; kennaan Waaqaa garuu karaa Gooftaa keenya Kiristoos Yesuusiin jireenya bara ________ ti.
hojjetu
ergamaa
baraa
1 John 2:16 — Wanni ________ keessa jiru hundinuu jechuunis hawwiin foonii, hawwiin ijaa, akkasumas waan qabaniin kooruun kan addunyaati malee kan Abbaa miti.
dhugaa
cubbuu
addunyaa
Mark 7:21 — Yaadni hamaan keessa namaatii, garaa namaa keessaa baʼaatii; innis ________, hanna, nama ajjeesuu, ejja
halalummaa
gowwummaa
yaadannoo
Jeremiah 17:9 — Garaan namaa waan hunda caalaa haxxee dha; garmalees hamaa dha. Eenyutu isa ________ dandaʼa?
damma
baatota
hubachuu
Malachi 2:17 — Isin dubbii keessaniin Waaqayyoon dadhabsiiftaniirtu. “Nu akkamiin isa dadhabsiifne?” jettaniis gaafattu. “Warri waan hamaa hojjetan hundinuu fuula Waaqayyoo duratti gaarii dha; innis isaanitti ________” yookaan “Waaqni murtii qajeelaa meerre?” jechuudhaan.
barbaadu
gammada
dhaala
Isaiah 7:15 — Inni yeroo waan hamaa lagatee waan gaarii filachuu beekutti ________ fi damma nyaata.
gufuu
dhiphateera
itittuu
Psalm 97:10 — Sababii inni lubbuu amanamoota isaa eegee, harka hamootaa jalaa isaan baasuuf, warri Waaqayyoon jaallatan ________ haa jibban.
hammina
murtii
qajeelummaa
Proverbs 3:7 — Ani ogeessa ofiin hin jedhin; Waaqayyoon sodaadhu; waan hamaa irraas ________.
adabbii
raafamaa
fagaadhu
Psalm 37:27 — Waan hamaa irraa deebiʼiitii waan gaarii hojjedhu; yoos ati bara ________ ni jiraatta.
baraan
caalaa
maaliif
1 Kings 3:9 — Kanaafuu ________ ani ittiin saba kee bulchuu fi waan gaarii fi waan hamaa ittiin gargar baasee beeku garbicha keetiif kenni. Yoo akkas taʼuu baate eenyutu saba kee guddaa kana bulchuu dandaʼa?”
hubannaa
jiraataa
balʼina
1 Thessalonians 5:22 — ________ gosa hundumaa irraa fagaadhaa.
qalbii
Hammina
cubbuu
Romans 16:19 — Waaʼeen ________ keessanii nama hundumaa biratti dhagaʼameera; anis isinitti nan gammada; garuu akka isin waan gaariif ogeeyyii, waan hamaaf immoo garraamota taatan nan barbaada.
ajajamuu
murtii
qalbii
Acts 10:38 — Kunis akka Waaqni Yesuus nama ________ sana Hafuura Qulqulluu fi humnaan dibee fi akka Yesuus waan gaarii hojjechaa fi warra humna diiyaabiloos jala turan fayyisaa biyya hunda keessa nanaannaʼee dha; Waaqni isa wajjin tureetii.
Itoophiyaa
Naazreeti
Siinaa
1 Peter 3:11 — Inni ________ irraa deebiʼee gaarii haa hojjetu; nagaa haa barbaadu; duukaa haa buʼus.
dhagna
hammina
cubbuu
Romans 12:21 — ________ hammina moʼi malee hamminaan hin moʼamin.
ogeeyyii
hangafoota
Gaarummaan
Amos 5:15 — Waan hamaa jibbaa; waan gaarii jaalladhaa; mana murtii keessatti murtii qajeelaa jabeessaa; Waaqayyo Waaqni Waan Hunda Dandaʼu tarii hambaa Yoosefiif garaa laafa ________.
raacitii
galataa
taʼaatii
Psalm 34:14 — ________ irraa deebiʼi; gaarii hojjedhu; nagaa barbaadi; duukaa buʼis.
Hammina
murtii
qajeelummaa
Romans 12:9 — Jaalalli keessan itti fakkeessuudhaan hin taʼin. Waan hamaa jibbaa; waan gaariitti ________.
dhalcheera
maxxanaa
heeruman
Romans 5:19 — Akkuma ajajamuu diduu nama tokkootiin namoonni baayʼeen ________ taʼan, akkasuma immoo ajajamuu nama tokkootiin namoonni baayʼeen qajeeltota ni taasifamu.
Katabbiiwwan
cubbamoota
haadhota
1 Peter 2:24 — Inni mataan isaa akka nu cubbuuf duunee qajeelummaaf immoo jiraannuuf jedhee dhagna isaatiin cubbuu keenya ________ irratti baate; isinis madaa isaatiin fayyitaniirtu.
arraba
fannoo
hinaaffaa
Revelation 2:7 — Namni gurra qabu waan Hafuurri ________ kiristaanaatiin jedhu haa dhagaʼu. Nama moʼatu akka inni muka jireenyaa kan jannata Waaqaa keessa jiru irraa nyaatuuf mirga nan kennaaf.
waldoota
diiyaabiloos
barreessi
Revelation 22:2 — bishaan sunis walakkaa daandii magaalattii irra yaaʼaa ture. Gamaa gamana lagichaa irras mukni jireenyaa ija gosa kudha lama naqatu dhaabatee ture; innis jiʼuma jiʼaan ija naqata ture. ________ muka sanaas saboota fayyisa ture.
beelaʼan
Baalli
marfamte
Link copied
Has this study helped you? Share a short or your full testimony — your story helps someone else find this site.
Save your progress
Optional. You never need an account to use this site.
Keep your quiz scores and your certificate if you change phone or clear your browser.
Restore progress
Restoring replaces the progress on this device, and any certificate you print afterwards will carry the name on the record.
