Kitaabni Qulqulluun Waa'ee Ittiin Of Qabuu (Temperance) Maal Jedha? — Hundee · Caqasoota KJV Lakkoofsota Strong Waliin — Bible Quiz
For each reference below, choose what that verse teaches. Your score appears at the end.
This is the graded quiz. Pass it to earn credit toward your Ministry Certificate of Endorsement.
Galatians 5:22-23 — Iji Hafuuraa garuu jaalala, gammachuu, nagaa, ________, arjummaa, gaarummaa, amanamummaa
dhagaʼan
waldoota
obsa
1 Kings 21:7 — Niitiin isaa Iizaabelis, “Ati amma mootii Israaʼelii? Kaʼii buddeena nyaadhu! Gammadis. Ani iddoo dhaabaa ________ Naabot namicha Yizriʼeel sanaa siifin kennaa” jetteen.
cubbuu
ulfina
wayinii
1 Kings 21:20 — Ahaabis Eeliyaasiin, “Yaa ________ ko, ati na argatteerta!” jedhe. Innis deebisee akkana jedheen; “Sababii ati fuula Waaqayyoo duratti waan hamaa hojjechuuf of gurgurteef ani si argadheera.
waanjoo
diina
mudhii
1 Kings 21:25 — Namni akka ________ isa niitii ofii isaa Iizaabeliin kakaafamee fuula Waaqayyoo duratti waan hamaa hojjechuudhaaf of gurgure sanaa gonkumaa hin jiru.
Yehooshaafaax
Ahaab
Yooʼaab
2 Peter 2:15 — Karaa qajeelaa dhiisanii karaa Balaʼaam ilma Bosoor isa gatii ________ jaallate sanaa duukaa buʼuuf karaa irraa badan.
jalʼinaa
jijjiirrannaa
garummaa
2 Samuel 11:2-4 — Gaaf tokko galgala Daawit siree isaa irraa kaʼee bantii ________ mootummaa irra asii fi achi deddeebiʼaa ture. Innis bantii gubbaa dhaabatee dubartii dhagna ishee dhiqattu tokko arge. Dubartiin sun baayʼee bareedduu turte;
boolla
awwaala
masaraa
Hebrews 5:8 — Inni Ilma taʼu iyyuu dhiphina isaa sana irraa ________ barate;
ajajamuu
jiraachuu
dhiifama
Philippians 2:8 — Bifa namaa uffatee argamuudhaanis, gad of deebise; duʼaaf jechuunis duʼa fannoo irraatiif iyyuu ni ________!
waame
walakkaatti
ajajame
2 Peter 1:5-6 — Sababuma kanaaf amantii keessan irratti gaarummaa, gaarummaa irrattis ________ dabalachuuf waan isinii dandaʼame hunda godhaa;
ulfina
akkasuma
beekumsa
1 Corinthians 9:24-25 — Dorgommii fiigichaa keessatti akka warri fiigan hundinuu dorgoman, garuu akka namni tokko qofti badhaasa argatu hin beektanii? Isinis ________ akka badhaasa argattaniif fiigaa!
akkasuma
dhagna
nagaa
Titus 2:11-12 — Ayyaanni Waaqaa kan ________ fidu nama hundatti mulʼifameeraatii.
gammachuu
fayyina
dhagna
Hebrews 12:16-17 — Namni kam iyyuu akka Esaawu isa ________ hangafummaa isaa nyaata tokkittiitti gurgurate sanaa sagaagaltuu yookaan nama Waaqatti hin bulle hin taaneef of eeggadhaa.
haati
lafa
mirga
Ecclesiastes 4:12 — Namni tokko moʼatamuu dandaʼa; namoonni lama garuu of irraa deebisuu dandaʼu. Funyoon foʼaa sadiin foʼame ________ hin citu.
Waaqaatti
murtii
dafee
1 John 2:16 — Wanni ________ keessa jiru hundinuu jechuunis hawwiin foonii, hawwiin ijaa, akkasumas waan qabaniin kooruun kan addunyaati malee kan Abbaa miti.
cubbuu
dhugaa
addunyaa
Matthew 4:8-10 — Ammas diiyaabiloos tulluu akka malee ol dheeraa tokkotti ol isa baasee mootummoota ________ hundaa fi ulfina isaanii isatti argisiise.
cubbuu
addunyaa
dubartii
Romans 5:19 — Akkuma ajajamuu diduu nama tokkootiin namoonni baayʼeen ________ taʼan, akkasuma immoo ajajamuu nama tokkootiin namoonni baayʼeen qajeeltota ni taasifamu.
Katabbiiwwan
cubbamoota
haadhota
2 Peter 1:6 — akkasuma beekumsa irratti of qabuu, of qabuu irratti obsaan dhaabachuu, obsaan dhaabachuu irratti ________ buluu
xuraaʼummaa
Waaqatti
hundinuu
Link copied
Has this study helped you? Share a short or your full testimony — your story helps someone else find this site.
Save your progress
Optional. You never need an account to use this site.
Keep your quiz scores and your certificate if you change phone or clear your browser.
Restore progress
Restoring replaces the progress on this device, and any certificate you print afterwards will carry the name on the record.
