🌐 Language
'Olelo Hawai'iAfaan Oromoobahasa IndonesiaBelarusianBrezhonegCebuanoChamorroChichewachiShonaChongthuCiyawoDanskDeutschEestiEnglishEspañolEsperantoeʋegbeFrançaisHausaHrvatskiIgboIlocanoItalianoKikuyuKiswahiliKiyombiKreyòl AyisyenLatinaLatviešulietuviųLingálaLugandaMagyarMahasuiMāoriNederlandsNorskPohnpeianPolskiPortuguêsQach’abelRomaniRomânăSanskritSetswanaShqipsrpski jezikSuomiSvenskaTagalogTiếng ViệtTonganTwiTürkçeUyghur tiliYorùbáÍslenskaČeštinaБългарскиРусскийУкраїнськаעבריתاردوالعربيةفارسیكوردی سۆرانیअहिराणी‎नेपालीभद्रवाही‎मराठीमानक हिन्दी‎हरियाणवी‎অসমীয়াবাংলাਪੰਜਾਬੀગુજરાતીଓଡ଼ିଆ‎தமிழ்తెలుగుಕನ್ನಡമലയാളംไทยဗမာἙλληνική中文日本語한국어+ Afaan hunda
See More Jesus
Afaan Oromoo

Ani Fayyifamuuf Maal Gochuu Qaba? — Qorannoo Kitaaba Qulqulluu KJV Lakkoofsota Strong Waliin — Qormaata Kitaaba Qulqulluu

Qormaata Kitaaba Qulqulluu

Ani Fayyifamuuf Maal Gochuu Qaba? — Qorannoo Kitaaba Qulqulluu KJV Lakkoofsota Strong Waliin — Qormaata Kitaaba Qulqulluu

Wabiiwwan armaan gadii keessaa tokkoo tokkoof, waan caqasni sun barsiisu filadhu. Qabxiin kee dhuma irratti ni argama.

Kun qormaata qabxiin madaalamudha. Waraqaa Ragaa Mirkaneessaa Tajaajilaa kee argachuuf isa darbi.

Hojii 2:36 — “Kanaafuu Yesuusuma isin ________ kana akka Waaqni Gooftaa fi Kiristoos isa godhe manni Israaʼel hundi dhugumaan haa beeku.”
geggeeffame
fanniftan
fayyise
Roomaa 5:8 — Garuu utuma nu ________ taanee jirruu Kiristoos nuuf jedhee duʼe; kunis jaalala Waaqni nuuf qabu argisiisa.
Katabbiiwwan
haadhota
cubbamoota
Efesoon 1:7 — Nus isumaan akkuma badhaadhummaa ayyaana Waaqaatti dhiiga isaatiin ________ jechuunis, dhiifama cubbuu arganneerra;
jijjiirrannaa
halalummaa
furama
Yohannis 19:34 — Loltoota sana keessaa inni tokko garuu eeboodhaan cinaacha isaa ________; yeruma sana dhiignii fi bishaan baʼe.
dhiphina
waciitiiwwan
waraane
Hojii 2:38 — Phexrosis akkana jedhee deebise; “Tokkoon tokkoon keessan qalbii jijjiirradhaa; ________ cubbuu keessaniitiifis maqaa Yesuus Kiristoosiitiin cuuphamaa; kennaa Hafuura Qulqulluus ni argattu.
dhiifama
ajajamuu
harkuma
Hojii 3:19 — Egaa akka ________ keessan haqamuuf, akka barri haaromfamaa Gooftaa biraa dhufuuf qalbii jijjiirradhaa gara Waaqaatti deebiʼaa;
fudhatama
gargar
cubbuun
Luqaas 13:3 — Ani isinittin hima; akkas miti; garuu isinis ________ jijjiirrachuu baannaan hundi keessan akkasuma baddu.
dubbii
dhagna
qalbii
2 Qorontos 7:10 — Gaddi akka fedhii Waaqaatti taʼu qalbii jijjiirrannaa gara fayyinaatti nama geessu fida malee gaabbii hin fidu; gaddi akka fedhii addunyaatti taʼu garuu ________ fida.
jiraata
duʼa
walitti
Hojii 22:16 — Egaa amma maal eegda ree? Kaʼii maqaa isaa waammachaa cuuphamiitii cubbuu kee of irraa ________.’
dhiqi
dhalcheera
kabaju
Roomaa 6:4 — Kanaafuu akkuma Kiristoos ulfina Abbaatiin warra ________ keessaa kaafame sana nus akka jireenya haaraa jiraannuuf cuuphaadhaan duʼa isaa keessatti hirmaannee isa wajjin awwaalamne.
duʼan
qulqulluu
dhugaa
Qolosaayis 2:12 — isinis cuuphaadhaan isa wajjin awwaalamtanii humna Waaqaa kan Kiristoosin warra ________ keessaa isa kaasetti amanuu keessaniin cuuphaadhuma sanaan isa wajjin kaafamtaniirtu.
bishaan
haaraa
duʼan
1 Phexros 3:21 — bishaan kun fakkeenya cuuphaa amma iyyuu isin fayyisuu ti; kunis dhagna irraa xurii baasuu utuu hin taʼin ________ qulqulluun Waaqaaf waadaa galuu dha. Innis duʼaa kaʼuu Yesuus Kiristoosiin isin fayyisa;
jaalala
dubbii
qalbii
Maarqos 16:16 — Namni amanuu fi cuuphamu kam iyyuu ni ________; nama hin amannetti garuu ni murama.
fayyise
fayya
baname
Yohannis 3:5 — Yesuusis akkana jedhee deebise; “Ani dhuguman, dhuguman sitti hima; namni yoo bishaanii fi ________ irraa dhalate malee mootummaa Waaqaatti galuu hin dandaʼu.
Hafuura
ija
ulfina
Tiitoo 3:5 — inni sababii qajeelummaa nu hojjenneetiif utuu hin taʼin sababii ________ isaatiif jedhee nu fayyise. Inni dhiqannaa lammata dhalachuutii fi haaromsuu Hafuura Qulqulluutiin nu fayyise;
araara
jaalala
dhagna
Roomaa 8:9 — Isin garuu yoo Hafuurri Waaqaa isin keessa jiraate akka Hafuuraatti jiraattu malee akka fooniitti hin ________. Eenyu iyyuu yoo Hafuura Kiristoos qabaachuu baate inni kan Kiristoos miti.
kadhannaa
qulqulloota
jiraattan
Efesoon 1:13 — Isinis dubbii dhugaa jechuunis wangeela fayyina keessanii dhageessanii Kiristoositti amantanii, Hafuura Qulqulluu waadaa galame sanaan ________;
chaappeffamtan
geggeeffame
cuuphaman
1 Yohannis 1:9 — Yoo cubbuu keenya himanne, inni cubbuu keenya nuu dhiisuuf amanamaa fi qajeelaa dha; jalʼina hunda irraas nu ________.
tokkummaa
qulqulleessa
jajjabeessuuf
Yohannis 15:4 — Na keessa jiraadhaa; anis isin keessa nan jiraadhaa. Akkuma dameen yoo muka wayiniitti jiraate malee ofuma isaatiin ija naqachuu hin dandeenye, isinis yoo na keessa ________ malee ija naqachuu hin dandeessan.
michoota
jiraattan
dinqii
Qolosaayis 1:23 — kunis yoo isin amantii keessaniin itti fuftan, yoo jabaattanii dhaabattanii fi yoo isin abdii wangeelaa irraa hin sochoone taʼa. Wangeelli kunis isuma isin dhageessanii fi isuma samii gaditti ________ hundatti lallabamee dha; ani Phaawulosis wangeeluma kanaaf tajaajilaa taʼeera.
harkuma
uumama
dhiphina
Maatewos 24:13 — namni hamma dhumaatti jabaatee dhaabatu garuu ni ________.
fayyise
fayya
ifate
Mulʼata 2:10 — Dhiphina sirra gaʼuuf jiru hin sodaatin. Kunoo, akka qoramtaniif diiyaabiloos isin keessaa namoota tokko tokko mana hidhaatti ni galcha. Guyyaa kudhanis ni dhiphattu. Ati hamma duʼaatti amanamaa taʼi; ani ________ jireenyaa siifin kennaatii.
fakkii
bineensa
gonfoo
Ibroota 7:25 — Kanaaf inni yeroo hundumaa waan isaaniif ________ jiraatuuf warra karaa isaatiin gara Waaqaa dhufan guutumaan guutuutti fayyisuu ni dandaʼa.
kadhachuuf
dadhabbiin
buusuuf
Faarfannaa 103:12 — akkuma baʼi biiftuu lixa biiftuu irraa fagaatu, ________ inni balleessaa keenya nurraa haqeera.
qabeenya
akkasuma
barbaade
Galaatiyaa 1:8 — Nus taanaan yookaan yoo ergamaan Waaqaa samii irraa dhufe tokko wangeela nu kanaan dura isinitti lallabne sana irraa adda ________ isinitti lallabe, inni bara baraan haa abaaramu!
taʼe
dhugaa
yaada

← Gara Qorannootti Deebi'i