Macaafni Qulqulluun Waa'ee Araaraa Maal Jedha? — Hundee · Caaffata Qulqullaa'oo KJV Lakkoofsota Strong Waliin — Bible Quiz
For each reference below, choose what that verse teaches. Your score appears at the end.
This is the graded quiz. Pass it to earn credit toward your Ministry Certificate of Endorsement.
Tiitoo 3:5 — inni sababii qajeelummaa nu hojjenneetiif utuu hin taʼin sababii ________ isaatiif jedhee nu fayyise. Inni dhiqannaa lammata dhalachuutii fi haaromsuu Hafuura Qulqulluutiin nu fayyise;
araara
jaalala
murtii
Maatewos 9:13 — Garuu dhaqaatii dubbiin, ‘Ani araaran fedha malee aarsaa hin fedhu’ jedhu sun maal jechuu akka taʼe hubadhaa. Ani ________ waamuufin dhufe malee qajeeltota waamuuf hin dhufneetii.”
dubarran
haadhota
cubbamoota
Luqaas 10:37 — Hayyuun seeraa sunis, “Isa garaa laafeef sana” jedheen. Yesuusis, “Atis dhaqiitii ________ godhi” jedheen.
akkasuma
dandeenye
beeku
Maatewos 18:33 — Akkuma ani garaa siif laafe sana atis ________ akka keetiitiif garaa laafuu hin qabduu?’
kadhate
garbicha
awwaala
Yaaqoob 2:13 — nama namaaf hin araaramnetti murtii ________ hin qabnetu murama. Araarri murtii moʼa.
araara
jaalala
qajeelummaa
Maatewos 5:7 — Araara qabeeyyiin eebbifamoo dha; araara ni ________.
argatuutii
fannisi
dhalcheera
Efesoon 2:4 — Garuu Waaqni araaraan guutame sun sababii ________ guddaa nuu qabuuf
jaalala
jabina
dhaloota
1 Phexros 1:3 — Waaqaa fi Abbaan Gooftaa keenya Yesuus Kiristoos haa eebbifamu! Inni araara isaa guddaa sanaan, warra duʼan keessaa ________ Yesuus Kiristoosiin abdii jiraataadhaaf lammata nu dhalche;
kaʼuu
jaalala
Waaqatti
Ibroota 2:17 — Kanaafuu inni Waaqa tajaajiluu keessatti akka luba ol aanaa araara qabeessaa fi amanamaa taʼuuf, akka cubbuu namootaatiif araara ________ waan hundaan obboloota isaa fakkaachuutu isa irra ture.
buusuuf
kadhatan
dhiifama
Maarqos 10:47 — Barxiimewosis yommuu akka inni Yesuus isa ________ taʼe dhagaʼetti, “Yesuus, yaa ilma Daawit na maari!” jedhee iyyuu jalqabe.
Indiriiyaas
Naazreeti
Siidoonaa
Luqaas 11:41 — Isin garuu waan xoofoo fi caabii keessa jiru hiyyeeyyiif kennaa; yoos wanni hundinuu isinii ________.
qulqullaaʼaa
dhukkubsatee
eeggachuu
Hojii 9:36 — Yoophee keessas barattuu Xaabiitaa jedhamtu tokkotu ture; Xaabiitaa jechuun Doorqaa ________ dha. Isheenis yeroo hunda waan gaarii hojjetti; hiyyeeyyiis ni gargaarti turte.
jechuu
gargar
walii
Uumama 19:19 — Kunoo garbichi kee fuula kee duratti ________ argateera; ati lubbuu koo oolchitee gara laafina guddaa na argisiifteerta. Ani garuu gara tulluutti ol baqachuu hin dandaʼu; balaan kun na argata; anis nan duʼa.
cubbuu
fudhatama
jibbisiisaa
Uumama 19:29 — Waaqni yeroo magaalaawwan dirree sanaa balleessetti Abrahaamin ________; kanaafuu yommuu magaalaawwan Loox keessa jiraachaa ture balleessetti Looxin balaa sana keessaa baase.
yaadate
mulʼate
beeke
Uumama 32:10 — ani gaarummaa fi ________ ati ana garbicha kee argisiifte kana hundaaf hin malu. Ani yeroo Yordaanos kana ceʼetti ulee koo qofa qaban ture; amma garuu garee lama taʼeen jira.
hiikkaa
amanamummaa
gammachuu
Uumama 32:12 — Ati garuu, ‘Ani dhugumaan waan gaarii siifin godha; sanyii kees akka cirracha galaanaa kan lakkaaʼamuu hin ________ sanaa nan godha’ jetteerta.”
baraa
dandeenye
dhalate
Faarfannaa 136:1 — Waaqayyoof ________ galchaa; inni gaariidhaatii. Jaalalli isaa bara baraan jiraata.
galata
kiyyoo
saboota
Faarfannaa 136:4 — inni kophaa isaa ________ gurguddaa hojjeta; Jaalalli isaa bara baraan jiraata.
galata
dinqii
kiyyoo
Faarfannaa 136:23 — Inni yeroo nu gad deebinetti nu ________; Jaalalli isaa bara baraan jiraata.
qoran
amanatan
yaadate
Faarfannaa 136:26 — Waaqa samiitiif ________ galchaa. Jaalalli isaa bara baraan jiraata.
kiyyoo
galata
saboota
Link copied
Has this study helped you? Share a short or your full testimony — your story helps someone else find this site.
Save your progress
Optional. You never need an account to use this site.
Keep your quiz scores and your certificate if you change phone or clear your browser.
Restore progress
Restoring replaces the progress on this device, and any certificate you print afterwards will carry the name on the record.
